Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Ayyaanni Ashuuraa Qaammee 4,2011 kabajama.

$
0
0

Ayyaanni Ashuuraa Qaammee 4,2011 kabajama.

Ayyaanichi hordoftoota amantaa Islaamaa biratti ayyannan kabajaman keessaa tokkodha.

Ayyaana Ashuuraa Qaammee 4,2011 kabajamu kanarrattis keessummoonni biyya keessaa fi biyyoota ollaa; Eertiraa, Jibuutii fi Sudaan ni argamuun eegama.

Manni Maree Dhimma Islaamummaa Naannoo Tigraay FBCf ibsa ergeen akka beeksisetti ayyaanichi Masgiida Al Najaashiitti kabajama. OBN Afaan Oromoo


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles