Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Preezdaant Saalawaarq Zawudee Fooramii Invastimantii Afrikaa irratti hirmaachuf Afrikaa Kibbaatti imalan

$
0
0

Preezdaant Saalawaarq Zawudee Fooramii Invastimantii Afrikaa irratti hirmaachuf Afrikaa Kibbaatti imalan

Preezdaant Saalawaarq Zawudee Fooramii Invastimantii Afrikaa irratti hirmaachuf Afrikaa Kibbaatti imalaniiru.

Qindeessummaa baankii Misooma Afrikaan Afrikaa Kibbaa Johaanisbargitti Fooramii qophaa’e kanarratti dhaabbiilee Maallaqaa Idil Addunyaa invastaroota fi qaamonni biraa wal argu.

Waltajjiin kun Afrikaatti invastimantii babal’isuuf iddoo olaanaa qaba jedhamee eeggama.

Ityoophiyaanis carraa kanatti fayyadamuun carraa invastimantii qabdu gama preezdaant Saalawarqiin ni ifoomsiti.

Fooramichi har’a irraa eegalee guyyoota sadan itti aananiif ni gaggeeffama.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles