Faayidaa garaa duwwaatti bishaan dhuguu
1. Dhukkuba bowwuu mataa
2. Dhukkuba onneef
3. Dhibee nama kuffiisuuf (gaggabdoof)
4. Furdina gar malee
5. Biroonkaayitiif
6. Asmiif
7. Dhibee sombaa
8. Garaachaaf
9. Dhibee ijaa fi gurraa
10. Dhibee funyaanii fi qoonqoo irraa nu baraara.
•Haala fayyadamuu
» Yeroo hunda ganama ganama utuu ilkaan hin rigatiin bishaan liitira 1 dhuguu
» Kana booda ilkaanii fi afaan erga qulqulleeffatanii booda daqiiqaa 45f waan nyaatamuu fi dhugamu ala turuu.
•Hubannoo
Namootni umriin isaanii dabale (ol siqe) bishaan burcuqqoo 4 al tokkoon dhuganii fixuun waan itti cimuuf suuta suuta of shaakalsiisuu qabu!
Fayyaan keessan hin goolamiin Oromoo!
Maddi staylekrazi