Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Helekoopitarii Jaallee Lammaan Ittiin Imalaa Turani Maaltu Muudate?

$
0
0

Helekoopitarii Jaallee Lammaan Ittiin Imalaa Turani Maaltu Muudate ?

Pirazidaantiin Bul.MNO Jaallee Lammaa Magarsaa Konfiransii Nageenyaa Godinaalee Lixa Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamu irratti argamuuf

guyyaa har’aa gara Jimmaatti osoo imalaa jiranuu Godina Jimmaa A/Qarsaa Ganda Morowwaatti goraniiru.

Helekoopitarri isaan ittiin imalaa turan sababa haalli qilleensaa mijataa
tahuu dideef (duumessa waan tureef) bakka Marawwaa,

darasaa jedhamu boqotanii hawaasa naannoo kanaa waliin maree gabaabaa haala waliigalaa irratti godhanii gara Jimmaatti

konkolaataan imalanii Konfiransii Nageenyaa gaggeessaa jiru.Dhugaan jiru kana malee akka namoonni tokko tokko barreessaa jiranu miti. Share


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles