Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Oolmaa ispoortii magaalichaa babal’isuuf proojaktii haaraan ifoomufi

$
0
0

Oolmaa ispoortii magaalichaa babal’isuuf proojaktii haaraan ifoomufi

Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman oolmaawwan ispoortii magaalaa Finfinnee keessa jiran daawwatan.

Istaadiyamii Abbabaa Biqilaa ijaarsarra jiru, Oolmaa Ispoortii Raas Hayluu fi giddugaloota ispoortii biroo daawwataniiru.

Daawwicharratti ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiiruut Kaasaawii fi qondaaltonni biroo argamaniiru.

Injiinar Taakkalaan oolmaa dargaggootaa fi ispoortii magaalichaa jajjabeessuu fi babal’isuun hojii bulchiinsa magaalichaa isa adda dureedha jedhan.

Rakkoo gama kanaan muul’atu furuuf proojaktiin dhiyeenyatti ifoomu jiraachuu eeraniiru.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles