Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Jeneraal Adam Mohaammad ajajaa Humna Waraanaa (Itaamaazhoor Shuumii) Itoophiyaa ta’uun muudaman

$
0
0

Jeneraal Adam Mohaammad ajajaa Humna Waraanaa (Itaamaazhoor Shuumii) Itoophiyaa ta’uun muudaman

Ministirri Muummee Abiy Ahimad aanga’oota waraanaa sadiif muudama kennaniiru.

Jeneraal Adam Mohaammad ajajaa Humna Waraanaa Itoophiyaa ta’uun Sambata darbe kan ajjeefaman jeneraal Se’aare Makoonnin bakka bu’aniiru.

Dammallaash Gabramikaa’el ammoo bakka Jeneraal Adam Mohaammad bu’uun Direektara Olaanaa Tajaajila Odeeffannoo fi Tika Biyyaalessaa ta’uun muudamaniiru.

Letanaant Jeneraal Mollaa Hayilamaariyaam ammoo Ajajaa Humna Lafoo ta’uun mudamaniiru.

Odeessaalee biroof marsariitii keenya https://www.bbc.com/afaanoromoo daawwachuu hin dagatinaa.
Suuraan: Madda Addis Herald


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles