Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Naasaan plaaneetii haaraa argachuusaa ifoomse.

$
0
0

Naasaan plaaneetii haaraa argachuusaa ifoomse.

Dhaabbanni Qorannoo Hawaa Ameerikaa; Naasaan plaaneetii haaraa plaanetoota sirna aduu keessa jiraniin tasumaa wal hin fakkaanne dabalatee plaanetoota 3 argachuusaa ifoomsera.

Plaanetoonni kanneen qaama TOI-270 yammuu ta’an, akka Maarsii fi Lafaa dhagaa kan heddummaatan, akka Saatarnii fi Juuppiitaraa gaazii kan qaban ta’uun ibsameera.

Plaanetoonni haaraan argamuun dadhabbii qorattoota damichaatti abdii kan hore ta’uun ibsameera.

Plaanetoota argaman kanneenirra lubbu qabeeyyiin jiraachuu akka malan tilmaamameera.

Maddi; Indippeendant


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles