Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Agarsiisni balaa tiraafikaa baname.

$
0
0

Agarsiisni balaa tiraafikaa baname.

Agarsiisni balaa tiraafikaa kun magaalaa Finfinnee addabaab’ii Masqalaatti banameera.

Agarsiisichi mata duree ” Qaammee keessa waa’ee nageenya tiraafikaa yaa mari’annu” jedhuun kan qophaa’e yammuu ta’u, Qaammee 1 amma Qaammee 3,2011tti kan turudha.

Ministir deettaan Ministeera Gaajibaa aadde Muluu G/igzi’aabheer balaa tiraafikaa to’achuuf teeknooloojii haaraa fayyadamuu fi hawaasaf hubannoo ga’aa uumun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.

Bara 2011 sadarkaa biyyaatti balaan tiraafikaa 4,871 kan qaqqabe yammuu ta’u, kanaanis duuti 4,597, balaa cimaan 7,407, balaa salphaan 5,949 qaqqabuun ibsameera.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles