SEENAA_GOOTOTA_OROMOO_AWWAALAME_HAA_BARRUU.
(Eyayu Regassa)
☞ Ummaani Oromoo Hundi Seenaa Kana Obsan Dubbiise Hubachuu qabaa!!
☞ Biyya Itoophiyaa jedhamtu keessatti namootni bebbeekamoo ta,an lammii oromooti. garuu seenaan isaanii awwaalamee bara dheeraaf turullee dhalootni qubee ammaa ol yaasaa jirti. mee suuta jedhaati dubbisaa seenaan kun hedduu isin fayyadaati. fknf
➊ Gama Amantaa (hafuuraa) tiin, Namni beekamaan Uummata itoophiyaa ykn oromootiif morma isaa Xaaliyaaniin murte Luba mana Amantaa Orthodoksi Aabune Pheexiroos (Chaalaa Magarsaa Badhaasa) ti.
☞ yeroo ammaa siidaan isaa Finfinnee Birbirsa Gooroo(Piyaassa) galma bulchiinsa magaalaa finfinnee biratti argama.
➋ Gama Atileetiitiin:-
☞ Abbabaa Biqilaa,
☞ Maammoo Waldee,
☞ Waamii Birraatuu,
☞ Kadir Mohaammed,
☞ Daraa rtuu Tulluu,
☞ Geexee waamii,
☞ Xirunesh Dibaaba,
☞ Qeneniisaa Baqqalaa,
☞ Mahamed Amaan,
☞ Faaxuma roobaa fi k.kf.
➌ Artistoota keessaa;-
☞ Xilahun Gassasee,
☞ Bizune Baqqalee,
☞ Alii birraa,
☞ Adimaasuu neggaa,
☞ Loret Tseggaaye G/Madiin (Luuccoo Roobaa Qawweessa)
☞ Looret Tseggaayeen nama walaloo fi kanneen biroo barreessuun itoophiyaa keessa tokkoffaa ture fi Addunyaa irratti beekamaa tureedha. hanga har’aattis namni isa bakka bu’u hin argamne.
☞ inni kan dhalate shawaatti.
➍ Lola Aduwaa keessatti beekamoon;-
☞ Gabayyoo Gubee Gurmuu –
☞ Aluulaa Abbaanaggaa
(raayya irra -Raas waale Bixxille(Buxxulle) -Qusee Dinagdee F/habtegorgis -Dajjazmash Baalchaa Safoo,
☞ Darbees Hoggantootni humna waraana Aduwaa hundi Oromoodha.
➎ Lola makkoo keessaa –
☞ Jeneraal Jagamaa Keelloo –
☞ Jeneraal Garasuu Dhukii –
☞ Raas Abebe Aragga Becheree –
☞ Dajjaazmash Baqqalee Wayyaa –
☞ Dejjazmaash Belaay Zelleqee
(Qilxuu Ayyaano) yeroo dheeraaf Naannoo Amaaraa Goojjam Keessatti sanyii isaanii godhatanii ittiin sirbaa turani.”yebelay zerneng”jedhani.
☞ Keessumatti adda duree waraana adunyaa ykn xaaliyaanii keessatti biyya Itoophiyaa bilisa baasanii san booda sababa oromoo ta,aniif kan ajjeefaman,
☞ Koloneel Abdiisa Aaga wallaggatti kan dhalate yemmuu ta,u waraana Adunyaa kessatti bakka guddaa nama qabuu fi warri Awurooppaa maqaa isaa barreessanii ol kaa,anidha. –
☞ Jeneraal Muldhataa Bulii –
☞ Dejjazmash Kebede Buzune –
☞ Koloneel Abdiisaa Aaga….
➏ Bara mootummaa Dargii (Mangistu H/maariyaam) keessa immoo goototni oromoo waraana dursaa turan.
☞ Jeneraal Damisee Bultoo –
☞ Jeneraal Taarikuu Laayinee –
☞ Jeneraal Merdaasa Leellisaa –
☞ Mejer Jeneral Mariid Nugusee –
☞ Mejer Jeneraal Ammaha Desta –
☞ Jeneral Reggaasa J
☞ Jeneraal Tesfaaye Tirfe Raggaasa fi
(Tesfaayeen kan dhalatan Ambootti.)
➐ Goota Lolaa Alii Barkee;-
☞ Alii Barkee goota beekamaa oromoo ta,ee lola Ogaaden keessatti Somaaleen loltoota Itoophiyaa hunda fixxee erga jettee booda qofaa isaa Taankii waraana somaale 5 erga gubee booda loltoota ogaaden kuma hedduu fixee mo,icha cimaa mootummaa Itoophiyaatiif argamsiise.
Kanaaf bara sana loltuu cimaa biyyattii jedhamuun medaaliyaa cimaa fudhateera. Alii Barkii kan dhalate Wallagga Lixaa Begiitti .
➑ Dubbaalee Irreechoo:-
☞ Dubbaleen lola Eertiraa Ambessa kifilexor Birgeedii 99ffaatti dhukaasaa Matarayyasii ture.Dubbaalee Irreechoo lola shabiyaatti godhameen bara 1971 sa,a 9 guutuuhumni waraana biraa waan dhumanif qofaa isaa diinatti dhukaasaa oole .
Boodarra rasaasni harkatti waan dhumeef ofiis rasaasa diinaatiin dha,amee du,e.
Eerga inni dha,amee du,ee booda garee inni itti dhukaasaa oole yemmuu dhufee ilaalu nama tokkitiitu du,ee ciisa.hedduu ajaa,ibsiifatani jechas dhabani . kun dhuguma dhiira jechuun reeffa isaalle kabajaan fuudhanii awwaalani.
☞ Mootumman Itoophiyaas badhaasa Midaaliyaa maatii Dubbaaleetiif kennee jira.
➒ Seena gootota Itoophiyaa keessaa harki 80% oromoodha.
➓ Gama biraatiin Impaayera Itoophiyaa sana hanga har,aatti kan dhaabee(hundeessee) jiru Oromoo fi Oromiyaadha. Biyya Oromiyaa jedhamtu keessaa kan hin margine soogidda qofaadha .
Galatoomaa
☞ Peejii keenya Like gochuu hin dagatiinaa.
☞ Waan haaraa qabannee hanga dhufnuutti nagaattii,