Dr Abiyyi Ahimad baga ayyaana Masqalaa geessan jedhan
Dr Abiyyi Ahimad baga ayyaana Masqalaa geessan jedhan. Ministiraa Muummee Itiyoophiyaa Dooktar Abiyyi Ahimad hordoftoota amantaa Kiristaanatiin baga ittiin isin ga’e jedhan. Ministiraa Muummee Dooktar...
View ArticleDUBBISAA ISIN FAYYADAA ! OSOO HIRIYYOTAA KEEF SHEERI GOOTEE GAARIDHA.
Anii Anumaa Malee Si Miti Of Ta’ii Jiraadhu Akkaa Nama Tokkooti As Fakkaate Achiis Hin Fakkaatin Kan Armaan Gaddii Kanaa Hin Dagaatin. Yeroo Namani Nama Biraa Sitti Hamatu Gurra Hin Kenniiniif Didi!...
View ArticleMuummichi Ministeeraa Dooktar Abiy qulqulluu Abuna Marqoorewoosif wiilcheerii...
MM Dooktar Abiy qulqulluu Abuna Marqoorewoosif wiilcheerii laatan Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad paatriyaarkii Ortpdooksii Ityoophiyaa qulqulluu Abuna Marqoorewoosif wiilcheerii motoraayizdii...
View ArticleObbo Jawar Mohammed haala yeroo irratti ibsa kenne keessaa
Xiinxala Siyaasaa fi Daayirektariin Ol’aanaan OMN Obbo Jawar Mohammed haala yeroo irratti kenne keessaa muraasa: Yaa’iin ODP 9ffaa osoo hin taane 1ffaa dha! Kan ammaan duraa of danda’anii haala...
View ArticleMilkaa’ina siyaasan argame diinagdeedhan dabaluuf tokkummaan murteessadha –...
Milkaa’ina siyaasan argame diinagdeedhan dabaluuf tokkummaan murteessadha – Preezdaant Lammaa Magarsaa Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Dooktarri Kabajaa Lammaa Magarsaan jiila diyaaspooraa...
View ArticleSeenaa Gabaaba Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa OMN Obbo Jawar Mohammed
Jawar Mohammed kan dhalate bara 1975A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu iddoo Gololcha jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%)...
View ArticlePMNO Dooktara kabajaa Lammaa Magarsaa Ayyaana Irreechaaf ergaa baga geessan...
PMNO Dooktara kabajaa Lammaa Magarsaa Ayyaana Irreechaaf ergaa baga geessan dabarsan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktara kabajaa Lammaa Magarsaa Ummata Oromoo hundaaf ayyaana Irreechaa...
View ArticleSEENAA_DHUGAA ! Jaalallee lamaan kan haalan wal jaallata yeroo dheeraa
Jaalallee lamaan kan haalan wal jaallata yeroo dheeraa SEENAA_DHUGAA! Isaan kunneen gar-malee waan wal-jaalataniif ija isaanii afoo wal-dhabuu kan hin feene yoo ta’an, akka carraa ta’ee guyyoota...
View ArticleWAANAN GODHU WALLAALE! MALA NAA MALAA
Ganamoo Liibanin jedhama. Kan ani jiraadhu biyya Amerikaa magaalaa Chicago dha. Gidduu kana rakkoo tokkoti na mudatee jira. Rakkoo na mudate kanaaf gorsa akka naaf kennitan fedha.Erga biyya Amerikaa...
View ArticleJechoota Gotoota Oroomo Wal Haa Barsiifnuu !
Jechoota_Gotoota_Oroomo_Wal_Haa_Barsiifnuu !➊ Oromoon gaafa tokoo taatee Oromoon bilisoomtee, Oromoon Bilisoomtee jechuun Oromoon tokkoo taatee jechuudha (Elemoo Qilxuu ) ~ ➋ Ofuuma dhamaatu malee an...
View ArticleSEENAA GOOTOTA OROMOO AWWAALAME HAA_BARRUU
SEENAA_GOOTOTA_OROMOO_AWWAALAME_HAA_BARRUU. (Eyayu Regassa) ☞ Ummaani Oromoo Hundi Seenaa Kana Obsan Dubbiise Hubachuu qabaa!! ☞ Biyya Itoophiyaa jedhamtu keessatti namootni bebbeekamoo ta,an lammii...
View ArticleICCITII (666) KUTAA 1ffaa
❖ ICCITII ILLUMINAANTII KUTAA 1ffaa(Foyya’ee kan dhihaatee!)☞ ITTII GALA, ☞ Suuraa kana irrattii, akka argitanittii, ijii ‘Rog-sadee’ gidduuttii argamuu kun, mallattoo seexanaatii! hiiknii isaa,...
View ArticleJECHOOTA FILATAMOO
JECHOOTA FILATAMOO 1. Hammam dheeraa taatus boruarguu hin dandeessu. 2- Konkolaataa kumaatamaqabaattus, kutaa siree lukaandeemun kee dirqama. 3-Daaktuu beekamaa taatusQurxummii ta’uu hin dandeessu. 4-...
View ArticleHalleellaa boombii Waxabajjii 16 bara 2010 Addababaayii Masqalaarratti ta’een...
Halleellaa boombii Waxabajjii 16 bara 2010 Addababaayii Masqalaarratti ta’een wal qabatee namoota shakkaman 5 irratti himanni Shororkeessumaa baname. Akka Gabaasa gaazexaa Rippoortaritti shakkamtoonni...
View ArticleFaayidaa Cunfaa Loomii 9
F A A Y I D A A L O O M I I Dubbisii Hiriyoota Keetif SHARE Godhi Rifeensa keenya eeggachuuf: rifeensa keenyatti cuunfaa loomii yoo dibne halluu bareedaa fi nagaa kennaaf. Rifeensa keenya eeggachuuf...
View ArticleLixa Oromiyaatti Maaltu Ta’e ?
Lixa Oromiyaatti Maaltu Ta’e •Fulbaana 15/2011 hoggantootni godinaalee fi aanaalee ollaa waldaangessan kan Naannoo Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz marii irra turani. Mariin kun haala nageenya waliinii...
View Articleጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር ዐቢይ አህመድ ለኢሬቻ በዓል የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት አስተላለፉ
ጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር ዐቢይ አህመድ ለኢሬቻ በዓል የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት አስተላለፉ ጠቅላይ ሚኒስትሩ የኦሮሞ ህዝቦች እንኳን በፍቅርና በአንድነት ለሚከበር የኢሬቻ በዓል አደረሳችሁ፤ አደረሰን በማለት ለኢሬቻ በዓል የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት አስተላልፈዋል፡፡ ኢሬቻ የገዳ ስርዓት አካልና የምስጋና የሰላም...
View ArticleErgaa Baga Nagayaan Geessanii Kabajamoo Dr Abiy Ahmad
Ergaa Baga Nagayaan Geessanii Kabajamoo Dr Abiy Ahmad Ministra Muummee Mootummaa Feederaalawaa Dimokraatawa Ripabilika Itiyoophiyaa ayyaana Irreechaa sabeeffachuudhaan dabarsan. Duudhaa sirna Gadaatiin...
View ArticleSuurawan Irreechaa daawadha !
Irreecchi Hora Arsadiitti Dilbata boruu gaggeeffama. Jala-bultii ayyaana irreechaa baga nagaan geettan ! Suurawan Irreechaa daawadha ! Irreechi irree Oromooti ! Suurawan Irreechaa Suurawan Irreechaa...
View ArticleKabajni ayyaana Irreechaa Jaalalaa fi Tokkummaa nagaan kabajame
Kabajni ayyaana Irreechaa nagaan kabajame Kabajni ayyaana Irreechaa bara 20011 mata duree ” Jaalalaa fi Tokkummaa” jedhuun sirna hoo’an barii irraa kabajamaa ture nagaan xumurameera. Ganama barii irraa...
View Article