Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

JECHOOTA FILATAMOO

$
0
0

JECHOOTA FILATAMOO

1. Hammam dheeraa taatus boruarguu hin dandeessu.

2- Konkolaataa kumaatamaqabaattus, kutaa siree lukaandeemun kee dirqama.

3-Daaktuu beekamaa taatusQurxummii ta’uu hin dandeessu.

4- Nama jabaa beekamaa biyyaataatus gaara sochoosuu hindandeessu.

5- Poolisii beekamaa taatuslubbuu qabuu hin dandeessu.

6- Diimachuu keetii adis ta’i,gaaddidduun tee garuugurraattuma.

7- Birtukaanni cuunfamuu isaabeekeera osoo ta’ee bishaan hinqabatu ture.

8- Kan arge hunda qabuuf kanyaale, guyyaa tokko bofa qabeehiddama.

9- Booji’ameera jettee namaabaarame waliin hin oolin.

10- Baalonni xawlagan gaafaharca’an, isaan magariisotaaf ofeeggannoodha.

11- Hiriyyaa gaarii salphaatti bituu hin dandeessu, haa ta’uuti garuu salphumatti gurguruu dandeessa.

12 Namni du’a osoo hin barbaadinmaalif mootummaa Waaqayyoogaluu barbaadaa?

13- Birriin damee mukaa irratti kan hin biqillee erga ta’ee, manneen baankii maalif damee banuu?

14- Biyya keenyatti bilisummaandubbachuu jira jechaa, maalifbilbilaan dubbannee teeledhaafkaffallaa?

15- Adurreen gadaamii seentus,adurrummaa ishee hin jijjiirtu.

16-Wayiniin mi’aawaa ta’usgatiin isaa garuu hadhaawadha.

17-Yeroo gabaabaa keessatti birriikee dachaan dabaluu yoobarbaadde, birrii kee kiisii keekeessaa baasitii, dachaasii deebisiikiisii kee keessa kaawwadhu.Kanaan ala filannoo biraa hinqabduutii.

18. Gorsii fi Booksin kan kennuttisalphaadha!።።።

Lakkoosa isa kamtu sitti tole?
Comment godhi!
share gochuun kan biroof qoodi,
Horaa Bulaa Deebanaa!

Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles