F A A Y I D A A L O O M I I
Dubbisii Hiriyoota Keetif SHARE Godhi
- Rifeensa keenya eeggachuuf: rifeensa keenyatti cuunfaa loomii yoo dibne halluu bareedaa fi nagaa kennaaf.

- Qaama keenya bakka ibiddi gubetti yoo dibanne haga madaa qooree hafu hir’isa .

- Dhiiguu qaama keessaa dadeettii hir’isuu qaba .

- Ilkaan keenyaaf gaariidha. Yoo baay’ifne garuu innis asiidummaa waan qabuuf fayaduu dhiisee miidhaa geessisa.

- Ulfaatina hir’isuuf baay’ee gargaara

- Dhiibbaa dhiigaa hir’isuuf ni fayyada

- Infekshinii qoonqoo yokaan throat infection nuuf hir’isa.

- Namoota dhukkuba sombaa akka asmii qabaniif akka salphaatti akka hafuura baafataniif ni gargaara.

Maddi: staylekrazi
Barruulee Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like_Share Godha