Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Mana barnoota Afaan Oromoo Gaara Guuritti kan galmaa’an barattoonni

$
0
0

Finfinnee _ M/B Afaan Oromoo

Finfinnee kutaa bulchiinsa Eekkaatti kan argamu mana barnoota Afaan Oromoo Gaara Guuritti kan galmaa’an barattoonni 950 ta’an barnoota malee taa’aa jiru.

Barattoonni kunneen BID 1ffaa (KG1), fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa warra galmaa’ani.

Hoggansi Mana barnootaa Gaara Guurii sababni rakkoo kanaa hanqina daree barnootaati jedhe.

Hoggansa Biiroo barnootaa Finfinneef irra deddeebiin iyyannullee deebiin arganne hin jiru jedha hoggansi Mana barnootaa Gaara Guurii.

Odeeffannoo kana duuka bu’aa jirra.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles