Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Atileet Fayyisaa Leellisaan turmaata waggaa 2 booda gara biyya galuuf

$
0
0

Atileet Fayyisaa Leellisaa Onk. 11 bara 2011 Finfinnee Gala

Gootichi Maaratoonii fi Qabsa’aa Mirga Dhala Nama Atileet Fayyisaa Leellisaan turmaata Waggaa 2 Booda Gaafa Onk. 11 bara 2011 Biyya akka galu Beeksise jira.

Olompikii Riyoo irratti mallattoo mormii agarsiisuun beekkamtummaa guddaa kan horate Atileet Fayyisaa Leellisaaf Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa fi Koreen Olompikii Itoophiyaa ibsa kanaan dura baasanin simannaan gootaa isaaf taasisuf qophii ta’u beeksisuun isaanii ni yaadatam. Haa ta’u malee simannaan jedhame yeroo hin beekkamneef akka darbee ni yaadatama.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles