Quantcast
Channel: Jechootaa App
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live

Sunday With EBS Entertaining Games & Conversation

የእሁድን በኢቢኤስ አዝናኝ ጨዋታና ቆይታ

View Article


Iityoo Teelekoom burjaajjii ittisuuf hojjechaa jiraachuu hime

Iityoo Teelekoom burjaajjii ittisuuf hojjechaa jiraachuu hime Burjaajjii teelekoom maallaqa guddaa baasisaa jiru ittisuuf nageenya dhaabbatichaa oodiitii gochuudhan hojiileen addaddaa hojjetamaa...

View Article


Beenishaangul Guumuzitti namoonni bosona keessatti yakka raawwachuuf...

Beenishaangul Guumuzitti namoonni bosona keessatti yakka raawwachuuf leenji’aa turan 51 too’ataman Naannoo Beenishaangul Guumuzitti namoonni bosona keessatti lammiilee irratti yakka raawwachuuf...

View Article

Atileet Fayyisaa Leellisaan turmaata waggaa 2 booda gara biyya galuuf

Atileet Fayyisaa Leellisaa Onk. 11 bara 2011 Finfinnee Gala Gootichi Maaratoonii fi Qabsa’aa Mirga Dhala Nama Atileet Fayyisaa Leellisaan turmaata Waggaa 2 Booda Gaafa Onk. 11 bara 2011 Biyya akka galu...

View Article

Diraamaa “Goolii Gola Keessaa”

Kutaa 5ffaa OBS

View Article


Dr. Abiyyii Ahimad fi Obbo Isaayyaas Afawarqi fincaa’aa Gibee daawwatan

Vidiyon haara OBN irratti

View Article

ጠ/ ሚ ዶ/ር አብይ አህመድ በኦሞ ኩራዝ ቁጥር 3 የስኳር ፋብሪካ የምረቃ ስነ ስረዓት ላይ ያደረጉት ንግግር

Fana 

View Article

Haala bilbila kafaltii tokko malee tolaan Oromiyaa fi biyya hunda bilbiluu...

How to call for free

View Article


Diraamaa Amaasiloo

Kutaa 52ffaa haaraa OBN irratti

View Article


Marii Aartist Hirphaa Gaanfuree wajjin taasifame

Ebc Afaan Oromoo

View Article

Manneetii barnootaa  afaan Oromoon Finfinnee keessatti banaman irratti qophii...

Irratti qophii qophaaye

View Article

Qophii Falannaa sirna soorataa  Dawwaadha

Qophii OBS irratti qophii qophaaye

View Article

Dargagguumaaf mudannoo Yuniversitii

Dargaggoo Mo’aa

View Article


Warshaan sibiilaa Duukamitti Doolaara miliyoona 33 ijaarrame eebbifame 

Qophii OBN guyya har’a

View Article

Preezdaant Dooktar Mulaatuu Tashoomaa gara Deenmaark imalan

Preezdaant Dooktar Mulaatuu Tashoomaa gara Deenmaark imalan Preezdaantin FDRI Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Deenmaarkitti daawwii gaggeessufi yaa’ii Idil Addunyaa misooma magariisaa irratti hirmaachuf...

View Article


Injiinar Taakkalaa Uumaa jila Itti aanaa Komishinii Gamtaa Afrikaa Kuweesii...

Injiinar Taakkalaa Uumaa jila Itti aanaa Komishinii Gamtaa Afrikaa Kuweesii Kuwaartii waliin mari’atan Itti Aanaan kantiibaa magaala Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa jila Itti aanaa Komishinii Gamtaa...

View Article

Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahmad torbee dhuftu daawwiif gara Awurooppaa...

MM Dooktar Abiy Ahmad torbee dhuftu daawwiif gara Awurooppaa imaluMuummeen ministira FDRI Dooktar Abiy Ahmad torbee dhufu daawwiif gara Awurooppaa imalu. Daawwii isaanii jalqabaas Faraansaay yoo ta’u,...

View Article


Dargaggoonni Finfinneedha qabamanii Xollaayyitti leenji’aa turan gadhiifaman

Dargaggoonni Finfinneedha qabamanii Xollaayyitti leenji’aa turan gadhiifamanRakkoo nageenyaa Finfinneetti umaameen wal qabatee dargaggoonni too’atamuun Xollaayyitti leenjii irra turan gadhiifamaniiru....

View Article

Obbo Taaggasaa Caafoo af yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ta’uudhan...

Obbo Taaggasaa Caafoo af yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ta’uudhan filataman. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesaa har’a gaggeesseni obbo Taaggasaa Caafoo af yaa’iisaa godhatee...

View Article

Tulluu Taaddasa : Jarreen Mala dhabdee

New Oromo Music 2018 (official video)

View Article
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live