ABOn hin hiikkadhu hin jedhu- MM Dr Abiy
ABOn hin hiikkadhu hin jedhu- MM Dr Abiy Mootummaan jaarmiyaaledhaaf waamicha kan taasise biyya waliinii ijaaruf akka ta’e muummee ministiraa Dr Abiy Ahimad himan. MM Dr Abiy marii miseensota raayyaa...
View ArticleShaashamanneetti namoonni nama ajjeessun gadi garagalchanii fannisan irratti...
Shaashamanneetti namoonni nama ajjeessun gadi garagalchanii fannisan irratti himanni banamuufi Magaala Shaashamanneetti shakkamtoota nama ajjeessun gadi garagalchanii fannisan 14 too’ataman keessaa...
View ArticleAyyaanni maanguddoota guyyaa har’aa kabajame
Ayyaanni maanguddoota guyyaa har’aa kabajame Ayyaanni maanguddootaa guyyaa har’aa magaalaa Adaamaatti marii paanaalin kabajameera. Ayyanichi akka addunyaatti yeroo28ffaaf akka biyya keenyatti immoo...
View ArticleJilli Aadde Xayiibaa Hasaniin durfamu lammiilee buqqa’an daawwate
Jilli Aadde Xayiibaa Hasaniin durfamu lammiilee buqqa’an daawwate Jilli Itti Aantuu Pirezedaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Aadde Xayiibaa Hasaniin durfamu lammiilee Beenishaangul Gumuz irraa buqqa’an...
View ArticleHacaalu Hundeessa waggaa 5 duraa Anaa dhufu irratti
Haacaaluu waggaa 5 duraa OBN irratti
View ArticleQormaata ijaa! Lakkoofsa kami agarta ?
Taphin kun kan intarnati taphatamuudha. Ija keenna jireenya guyya irraa guyyaatif baayyee barbachistuudha kanaafuu, ija keenya haa kunuunfannu. Lakkoofsa kami agartan ? Deebii keessan karaa Kommenti...
View ArticleMinisteerri Barnootaa FDRI yeroo simannaa dhaabbilee barnoota olaanoo hundaa...
Ministeerri Barnootaa yeroo simannaa dhaabbilee barnoota olaanoo ifoomse Ministeerri Barnootaa FDRI yeroo simannaa dhaabbilee barnoota olaanoo hundaa ifoomse. Ministeerichi kanaan dura yeroon simannaa...
View ArticleShamarree umurii 19 dandeettii kompitaraan dinqisiifannaa olaanaa argatte
Shamarree Ityoophiyaa umurii 19 dandeettii kompitaraan dinqisiifannaa olaanaa argatte Shamarree Ityoophiyaa umurii 19 Beetleheem Dassee laabraatoorii Sheebaa vaalii jedhamu keessatti hojii hojjetteen...
View ArticleSuuraa kan irratti lakkoofsa heddutu mullata ; Mee lakkoofsa meeqa faa...
Suuraa armaan gadii irratti lakkoofsa heddutu mullata…Mee lakkoofsa meeqa faa argitan barreessaa.. Qaroo ija teessanii qoraa. Namoota gaafataman keessaa harki 50 hin argatu jedhu. Mee suuraa kana...
View ArticleBirgaadeer Janaraal Kamaal Galchuu hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa...
Birgaadeer Janaraal Kamaal Galchuu hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa ta’un muudaman. Muudamichas har’a Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Dooktarri Kabajaa Lammaa Magarsaa...
View ArticleSuuraa armaan gadii irratti lakkoofsa meeqattu mullata. Mee lakkoofsa meeqa...
Namoota gaafataman keessaa harki 50 hin argatu jedhu. Mee suuraa kana irratti lakkoofsa meeqa argitan barreessa.. Qaroo ija teessanii qoraa. Suuraa armaan gadii irratti lakkoofsa kamtu mullata…Mee...
View Articleወጣቱ በተረጋጋ መንፈስ በአገር ግንባታ ላይ እንዲያተኩር የኦሮሚያ ሚዲያ ኔትዎርክ ዋና ዳይሬክተር አቶ ጃዋር መሐመድ ገለጹ።
ወጣቱ በተረጋጋ መንፈስ በአገር ግንባታ ላይ እንዲያተኩር የኦሮሚያ ሚዲያ ኔትዎርክ ዋና ዳይሬክተር አቶ ጃዋር መሐመድ ገለጹ። የኦሮሚያ ሚዲያ ኔትዎርክ ዋና ዳይሬክተር አቶ ጀዋር መሐመድ ከባሌ ነዋሪዎች ጋር ትናንት በባሌ ሮቤ ተወያይተዋል፡፡ ዋና ዳይሬክተሩ በዚሁ ወቅት እንዳሉት ወጣቶች በአገሪቱ ተንሰራፍቶ የነበረውን...
View Article