MUUZII HAA NYAANNU ! KANNEEN ARMAAN GADII HAA ARGANNU !
1. Elementii potassium, olaanaa nuuf kenna
2. Sochii mar’umaaniif gargaarsa ta’a
3. Dhukkuba garaachaa warra qabaniif fayyisuuf warra hin qabamiin irraa immoo ittisuuf gahee guddaa taphata.
4. Sukkaara qaama keessa akka olhin kaanee fi gadi hin buune eeguu
keessatti gahee guddaa taphata.
5. Keemikaala sammuu dhiphisu qaama keessaa hir’isuu danda’a
6. Dhiibbaa dhiiga keenyaa bakka sirriitti eeguufi dhukkuboota sirna
dhiigaa fi onnee tokko tokko ni ittisa.
7. lafee jabaataa fi fayya qabeessa ijaaruu keessatti gahee olaanaa
taphata.
8. Hir’ina dhiigaa ittisuu fi ulfaatina hir’isuuf ni gargaara.
“Fayyaan faaya”
Maddi elzi24