Jijjiiramni Eegalame Hirmaannaa Hunda Keenyan Cimee Itti Fufa- Preezdaanti...
Jijjiiramni Eegalame Hirmaannaa Hunda Keenyan Cimee Itti Fufa- Pr. Saahilawarq Zawdee Jijjiiramni amma biyyatti eegalame hirmannaa wal qixa dhiiraa fi dubartootan cimee kan itti fufu ta’uu Preezdaantin...
View ArticleDilbata dhufu dorgommiin maaraatoonii Amisterdaamii fi Deehiliitti gaggeeffama
Dilbata dhufu dorgommiin maaraatoonii Amisterdaamii fi Deehiliitti gaggeeffama Dilbata dhufu dorgommii maraatoonii Amisterdaamii fi walakkaa maaraatoonii Hindi Deehiliitti gaggeeffamu irratti...
View ArticleAmaloota Jaalala Fayya Qabeessaa Fidan kudhan (10)
Amaloota Jaalala Fayya Qabeessaa Fidan kudhan (10) ! XIINSAMMUU 1. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. 2. Yoo...
View ArticleHanqinni sukkaaraa akka hin muudanneef kuntaalli miliyoona 2 alaa gala jira
Hanqinni sukkaaraa akka hin muudanneef kuntaalli miliyoona 2 alaa gala jira Hanqinni sukkaaraa akka hin muudanne of eeggannoof sukkaarri kuntaalli miliyoona 2 alaa gala jiraachuu Korporeeshiniin...
View ArticleFaayidaa Jiinjibilaa 7
Faayidaa Jiinjibilaa 1. Haalaan daakamuu soorataa ni to’ata. 2. Balaqqama nurraa ittisa. 3. Fedhii nyaataa ni dabala. 4. Vaayirasii utaalloo fooyyessuun dafnee akka utaalloo irraa fooyyofnuuf ni...
View ArticleMUUZII HAA NYAANNU ! KANNEEN ARMAAN GADII 8Tan HAA ARGANNU !
MUUZII HAA NYAANNU ! KANNEEN ARMAAN GADII HAA ARGANNU ! 1. Elementii potassium, olaanaa nuuf kenna 2. Sochii mar’umaaniif gargaarsa ta’a 3. Dhukkuba garaachaa warra qabaniif fayyisuuf warra hin...
View ArticleSababa dubartiin kun kaadhimaa ishee ajjeefteef amanuun nama dhiba !
Sababa dubartiin kun kaadhimaa ishee ajjeefteef amanuun nama dhiba ! Maqaan ishee Jacquiline Souza jedhamti. Innimmoo Brandaon Watkins jedhama. Warra ‘Colorado’ ti. Cidha isaanii Veegaasitti godhachuuf...
View ArticleHIR’INNA DHIIGAA
Dhiigni keenya seelii dhiigaa gosa garagaraa sadii of keessaa qaba. Isaaniis seelii dhiigaa diimaa, seelii dhiigaa adii fi Pilaatileeti jedhamanii beekamu. Isaan kunniin dalagaa garagaraa qabu. Fkn...
View ArticleBarreeffama Haala Yeroorratti Ejjennoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa Balballoomsu.
Barreeffama Haala Yeroorratti Ejjennoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa Balballoomsu. Aadaa wal dhaggeeffachuufii wal hubannaa keenya dagaagfannee injifannoo dhandhamachuu eegalle yaa ceesifnu! Ummanni...
View ArticleKaameeraawwan nageenyaa 142 Finfinneetti dhaabamuufi
Kaameeraawwan nageenyaa 142 Finfinneetti dhaabamuufi Kaameeraawwan nageenyaa haaraan 142 magaalaa Finfinneetti dhaabamuu Koomiishiniin Poolisii Federaalaa beeksise. Kaameeraawwan kanneenif Birrii...
View ArticleDhibee ishee mudaterraa dammaquuf %5 qofa qabdi kan jedhamte, muuziqaadhan...
Dhibee ishee mudaterraa dammaquuf %5 qofa qabdi kan jedhamte, muuziqaadhan dammaqxe Dhibee ishee mudaterraa dammaquuf %5 qofa qabdi kan jedhamte, sagalee taba piyaanoo haadhasheetin dammaqxe....
View Article