Wantoota onnee keenya miidhan
1. Yeroo hirribaa ga’aa ta’e dhabuu.
2. Infection liqimsituu fi afaanii yeroon yaalamuu dhiisuu.
3. Muddamuu fi mukaa’uu
4. Tamboo xuuxuu fi kan xuuxan waliin yeroo dheeraa dabarsuu.
5. Alkoolii dhuguu.
6. Sochii qaamaa gochuu dhiisuu.
7. Ashaboo fi sukkaarri soorata itti heddummaate soorachuu.
8. Dadhabbii fi qufaasisaa osoo hin yaalamiin maal na dhibdeen ofirra tursuu.
9. Soorata coomaan badhaadhan hedduminaan nyaachuu.
10. Ulfaatina qaamaa hangaa ol dabaluu.
Fayyaan keessan hin goolamiin.
Galatoomaa
Madda Helz24