Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Jilli Naannoo Amaaraa gara Eertiraa imalan

$
0
0

Jilli kun Pireezidaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin simataman.

Jilli naannoo Amaaraa kun Af -yaa’ii Mana marii Naannichaa Aaddee Warqisemuu Maammoo durfamaa.

Yeroo turtii isaanii keessatti hariiroo eegalame caalaatti cimsuuf muxannoo akka wal jijjiiraan himan.

Marii isaanii keessatti walitti dhufeenya eegalame kana dinqisifatanii jiru.

Jilli kun Pireezidaant Isaayyaas Afawarqiif kennaa kennaani jiru.

Hariiroo ummataa caalaatti cimsuuf Mootummaan Eertiraas ni hojjetaa jedhame.

Maddi: DhSA


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles