Odaan Oromoo meeqatu jira?
Bakka Oromoon jiru huna Odaan jira. Baadiyaatti odaan gaaddisa looniifi bakka araaraafi jaarsummaan itti gaggeeffamudha. Uumamsaa galma waan fakkaatuuf bakka seera itti tumatanii fi yaa’iin firaallee...
View Article❖ SAGANTAA KEE HIN DABARTUU ! (ASOOSAMA GABAABAA)
(Asoosamni kun darbee darbee wantoota tokko tokko wan qabuuf namni itti hin tollee akka hin dubbisneen akkeekachiisa!) Caaltuun sababa hin beekamnen, abba manaa ishee baay’ee jaallattu Tolaa waliin wal...
View ArticleMinistiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Eertiraa fi Soomaaliyaa gara Jibuutii...
Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Eertiraa fi Soomaaliyaa gara Jibuutii imalan. Haaluma kanaan ministirri Dhimma Alaa Ityoophiyaa Dooktar Warqinah Gabayyoo, gitni isaanii Eertiraa Osmaan Saalahii...
View ArticleMuummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gara Finfinnee deebi’an.
Dooktar Abiy Ahimad hirmaannaa fooramii Chaayinaa Afrikaa Beejiingitti gaggeeffameen booda kaleessaa eegalee Eertiraa daawwachaa turaniiru. Muummee Ministiraa Dooktar Abiy turmaata isaanii Eertiraatin...
View ArticleKaarootiin dukkana keessatti arguu dandeessisa
Kaarotiin keessumaa osoo hin bilchaatiin dheedhiin isaa yoo nyaatame vitaminootaa fi mineraalota hedduu kan qaama keenyaaf barbaachisan hedduu of keessaa qaba. Fayidaalee fayyaa kaarotii keessaa kan...
View ArticleQUUNCA’UU / MADAA’UU QAAMA SAALAA
Qaamni saalaa dhiiraa ykn kan dubaraa sababa baakteeriyoota (akka Treponema pallidum, Heamophilus ducreyia, Chlamydia trachomatis, Klebsiella granulomatis ) ykn Vaayirasii [Herpes simplex virus(HSV-1...
View ArticleShaayii dhuguun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa armaan gadii kan qaba.
Qorannooleen hedduun akka mul’isannitti ; Shaayiin wontoota carraa dhukkuba onnee, kaansarii fi dhukkuba sukkaaraan qabamuu hirdhisan of keessaa qaba. Shaayii dhuguun:* Carraa dhukkuba onnee akka...
View ArticleSaamsang Bilbila Skiriinin Isaa Dadacha’u Barana Ifoomsa
Saamsang bilbila sochootuu skiriinin isaa dadacha’u bara Faranjootaa kana ifoomsa. Dhaabbanni teeknooloojii kun kalaqoota haaraa ida’uudhan teeknooloojii bilbila sochootuunis ta’e kan birootin gabaa...
View ArticleDhMG Walii Galtee Eertiraa Fi Jibuutii Dhinqisiifate
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti barreessan Olanaa Antoniyoo Gutrees Ityoophiyaadhan walii galteen Eertiraa fi Jibuutii gidduutti dhufuu dinqisiifatan. Gutrees Ityoophiyaa, Eertiraa, Somaaliyaa fi...
View ArticleHumni waraanaa daangaa Etyoophiyaa fi Eertiraa irra ture ni ka’a- Dr. Abiy...
Humni waraanaa daangaa Ityoophiyaa fi Eertiraa irra ture ka’uun kan boqatu ta’uu Muummen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad beeksisaniiru. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiyyi Ahmad fi Preezdaant...
View ArticleABO fi KFOn waliin hojjechuuf waliigalan
ABO fi KFOn waliin hojjechuuf waliigaluu isaanii beeksisan. Jaarmiyaaleen lamaan har’a ibsa waliin laataniin akka beeksisanitti dhimma Oromoo fi Oromiyaarratti waliin hojjechuuf waliigaluu isaanii...
View ArticleBilisummaan yaadaa alaabas ni dabalata- MM Dr Abiy Ahimad
Jijjiirrama biyyattiitti dhufeef abbaan ummata Ityoophiyaa ta’uu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Abbaan injifannichaa amma ummata ta’etti ammoo jaarmiyaalee alaa gara biyyaa deebi’an...
View ArticleSimannaan ABOf taasifamu simannaa kabaja ummata Oromoof taasifamuudha-Dr...
Simannaan Adda Bilisummaa Oromoof taasifamu simannaa kabaja ummata Oromoof taasifamu ta’uu Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa Dooktar Nagarii Leencoo ibsaniiru. Dooktar Nagariin ibsa...
View ArticleQabxiin seensa barnoota olaanaa ifoome
Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanaa bara 2011 Ejansiin Madaallii fi Qormaata Biyyaalessaa ifoomse. Dhuunfan dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaattis ta’ee dhuunfatti kanneen barachuu...
View ArticleTuttuqaa kamuu qeerron obsaan akka irra darbu koreen simannaa ABO gaafate
Simannaan hoggansaa fi waraana Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) nagayaan akka xumuramu dargaggeessi gufuuwwan xixiqqaa isa mudatan obsaan akka irra darbu koreen simannaa gaafate. Qophii simannaatif...
View ArticleSimannaa ABO’f Injiinar Taakkalaan qodaa fudhattoota waliin mari’achaa jiru.
Simannaa Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) rakkoo tokko malee xumuruuf qophiin taasifamuu itti aanan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa himan. Siamannaa booru magaalaa Finfinneetti...
View ArticleJilli Naannoo Amaaraa gara Eertiraa imalan
Jilli kun Pireezidaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin simataman. Jilli naannoo Amaaraa kun Af -yaa’ii Mana marii Naannichaa Aaddee Warqisemuu Maammoo durfamaa. Yeroo turtii isaanii keessatti hariiroo...
View ArticleHumna nageenya booressuuf socha’u kamuufu bulchiinsi magaalichaa hin...
Ummata fi ummata walitti buusufi nageenya magaalichaa booressuuf humna socha’u kamuu bulchiinsi magaalichaa kan hin obsine ta’uu Itti Aanan Kantiibaa magaala Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa...
View ArticleSababii walitti bu’uu hin malleen ummanni akka walitti bu’u warreen hojjetan...
Sababii walitti bu’uu hin malleen ummanni akka walitti bu’u warreen barbaadan waan jiraniif, of eeggannoon taasifamuu qaba jedhan preezdaantin bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Dooktarri kabajaa...
View ArticleWaraana ABOtiif naannon Tigraay simannaa ni taasisa
Waraanni Adda Bilisummaa Oromoo booru ganama Eertiraadhaa Ityoophiyaa; naannoo Tigraay yammuu seenu ni simatama. Waraanni addichaa kuma 1300 amma 1500 ta’u karaa Zaalaambassaatin gara Ityoophiyaa kan...
View Article