Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Saamsang Bilbila Skiriinin Isaa Dadacha’u Barana Ifoomsa

$
0
0

Saamsang bilbila sochootuu skiriinin isaa dadacha’u bara Faranjootaa kana ifoomsa.

Dhaabbanni teeknooloojii kun kalaqoota haaraa ida’uudhan teeknooloojii bilbila sochootuunis ta’e kan birootin gabaa duursuuf hojjechaa jira.

Bilbilli dadacha’u kun addunyaarraa kan jalqabaati.

Bilbilichi skiriinii dadacha’u kan qabu yammuu ta’u, gara taableetiittis geeddaramuu danda’a.

Gabaa Saamsang %20n hir’ates ni jajjabeessa jedhameera.

Maddi; CSBC


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles