Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Humni waraanaa daangaa Etyoophiyaa fi Eertiraa irra ture ni ka’a- Dr. Abiy Ahimad

$
0
0

Humni waraanaa daangaa Ityoophiyaa fi Eertiraa irra ture ka’uun kan boqatu ta’uu Muummen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad beeksisaniiru.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiyyi Ahmad fi Preezdaant Isaayyaas Afawarqii

Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Preezdaant Isaayyaas Afawarqii fi aanga’ootni biyyoota lamaanii akkasumas raayyan ittisaa daangarra jiruu fi ummata biyyoota lamaanii waliin ayyaana bara haaraa kabajanii olaaniiru.

Humni waraanaa daangaa Ityoophiyaa fi Eertiraa irra ture ni ka’a

Dooktar Abiy yeroo achii deebi’anitti ibsa kennaniin humni waraanaa waggoota dheeraf naannoo daangaa qubate haala rakkisaa keessa waan tureef ka’uun akka boqatu ni ta’a jedhaniiru.

Humni waraanaa naannoo daangaa qubate haala rakkisaa keessa turee Dr, Abiyyi

Maddi efibisi Afaan Oromoo


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles