Quantcast
Channel: Jechootaa App
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live

Jawaar Mohaammad Dilbata jiraattota Dirre Daawaa waliin mari’ata

Qabsa’aa mirga namoomaa fi Aktiivist Jawaar Mohaammad Dilbata jiraattota magaala Dirre Daawaa waliin marii taasisuufi. Mariin fi simannaan Jawaarif taasifamu nagaan akka xumuramuuf poolisiin qophii...

View Article


QULLUBBII DIIMAA FI FAAYIDAA ISAA

Mi’eessituu soorata keenya guyyaa guyyaaf qullubbii diimaa akka fayyadamnu ni beekame.Mee faayidaa inni fayyaa keenyaaf qabu muraasa kunoo: 1. Insulin qaama keenya keessaa to’atee dhibee sukkaaraaf...

View Article


Garbuu fi faayidaa isaa

Garbuun faayidaalee danuu qabu keessaa muraasni kan armaan gadii ti! 1. Dhibee xannachaa ni ittisa.2. Alaariji irraa nu fayyisa.3. Dhiiga keenya ni qulqulleessa. 4. Dulluma yeroo malee ni ittisa.5....

View Article

Magaalaa Maqaleetti Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO’f) simannaan taasifameera.

WBO’n karaa Zaalaanbassaatiin Naannoo Tigraay kan seene yemmuu ta’u, ganama har’aa Magaalaa Addigiraatitti simannaan ega taasifameefiin booda affeerran ciree isaaniif godhamee jira. Waaree booda...

View Article

Kintaarootii

Maalummaa dhukkubichaa: Dhibeen kun rakkoo fayyaa yommuu hiddootni dhiigaa hudduu keessatti argaman dhiira’anii fi madaa’an nutti dhufu dha. Sababoota 1. Hiddi dhiigaa guddichi dhiiga qaamota gara...

View Article


Dhukkuba Garaachaa

Dhukkuba garaachaa kan jedhamu keessoo garaachaa haguugee kan argamu ‘gastric mucosa ‘ yommuu qunca’u Ykn madaa’u kan mudatu.  Dhukkubni garaachaa gosoota lama qaba. Isaanis 1. Dhukkuba garaachaa akka...

View Article

DAMMA FI FAAYIDAA ISAA

HUBADHAA !Guyyaa keessatti fal’aana 5-8 fudhachuun faayidaa qabeessa, anillee gorsiko Kanuma √ Madaa fayisuuf √ Kaansarii Lafee fi garaachaa hir’isuuf √ Dhukkubbii ilkaaniif √ Finnisa qulqulleessuuf √...

View Article

Yamanitti Kooleeraan Kompitaraan To’atamaa Jira

Yaman keessatti lakkoofsi namoota koleeraan qabamanii, sirna kompitaraa haaraa iddoo dhukkubichi dhalatu tilmaamuun hir’iseera. Bara darbe namootni dhukkubichaan qabamanii torbee tokko keessatti 50,000...

View Article


Abbaa Farda kana nuuf iyyaafadha, SHARE SHARE…

Abbaa Farda kana nuuf iyyaafadha, midiyaaleenii fi namonii hedduu nugafaachaa jiru.Beekamtii keennamuuf qaba.Goototaa keenya nu yaadachise. Namonii bilbilaa isaa qabdaan karaa keessan nuuf ergaa. SHARE...

View Article


Walitti bu’iinsa Buraayyuu Ashawaa Meedatti umameen lubbuu namaa, qaama fi...

Walitti bu’iinsa Buraayyuu Ashawaa Meedatti umameen namoota miidhamaniif koreen deeggarsa taasisu hundaa’e Burayyuu Ashawaa Meedatti walitti bu’iinsa umameen namoota miidhamaniif koreen deeggarsa...

View Article

Obbo Addisu Arega Kitessa Hogganaan Ijaarsaa fi Siyaasa Baadiyyaa Dh.D.U.O....

Yaa’ii Dhaabbatummaa Sagalaffaa Magaalaa Jimmatti Gaggeeffamu Ilaalchiisee Obbo Addisu Arega Kitessa Hogganaan Ijaarsaa fi Siyaasa Baadiyyaa Dh.D.U.O. Ibsa Kennan. Yaa’ii Seena Qabeessa tahe kana...

View Article

Aktiivist Jawaar Mahaammad fi Itti Aanaa Preezdaantii naannoo Somaalee...

Jawaar Mahaammad fi Muusxafaa Mahaammud Dirre Daawatti hawaasa waliin mari’atan Falmataa mirga namoomaa fi aktiivist Jawaar Mahaammad fi Itti Aanaa Preezdaantii naannoo Somaalee Muusxafaa Mahaammud...

View Article

Naannoo Somaaletti poolisoota 38 irratti tarkaanfin fudhatame

Naannoo Somaaletti poolisoota 38 irratti tarkaanfin fudhatame Magaala Jigjigaa fi kan biroo keessatti rakkoo nageenyaa ji’a tokko dura umameen harka keessaa qaban jechuun poolisoonni shakkaman 38...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Daawwannaa Dr. Abbiyyi Sa’ud Arabiyaa tti godhan suuraan kunoo

View Article

Burayyuu Ashawaa Meedatti saamtonni gurmaa’an 70 too’ataman

Burayyuu Ashawaa Meedatti saamtonni gurmaa’an 70 too’ataman Buraayyuu Ashawaa Meedaa Anfoo kattaatti guyyoota lamaan darban saamtonni gurmaa’un badii lubbuu namaa fi qabeenyatiif itti gaafataman...

View Article


Poolisiin Oromiyaa balaa summiirraa baraaramani

Wiirtuu leenjii Sanqalleettii Leenjitoonni Poolisii Oromiyaa balaa summiirraa baraaramuu isaanii Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii Godina Shawaa Lixaa Beeksise. Fuulbaana 6,2011 galgala keemikaala...

View Article

Burraayyutti rakkoo mudateen kan to’ataman 200 guutan

Burraayyutti rakkoo mudateen kan to’ataman 200 guutan Burraayyutti namoonni ajjeechaa fi qabeenya barbadeessudhaan shakkaman 200 guutuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise. Koomiishinar...

View Article


Obsi mootummaa daangaa qaba- Koomiishinii Poolisii Federaala

Obsi mootummaa daangaa qaba- Koomiishinii Poolisii Federaala magaalaa Burraayyuu fi Finfinneetti mudate shiraan jijjiirrama eegalame gufachiisuf kan kaayyeffate ta’uu Koomiishiniin Poolisii Federaalaa...

View Article

Daayreektara OMN, aktiiviistii fi qabsaa’aan mirga namoomaa obbo Jawaar...

Obbo Jawaar ummata Harargee waliin mari’atan Daayreektara OMN, aktiiviistii fi qabsaa’aan mirga namoomaa obbo Jawaar Mahaammad ummata Harargee waliin mari’atan. Obbo Jawaar Mahammdiif Yuunvarsiitii...

View Article

FAAYIDAAWWAN HIRRIBA GA’AA RAFUU 7

FAAYIDAAWWAN HIRRIBA GA’AA RAFUU. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuuqaamaa dabala Dandeettii waa yaadachuu keenyaa dabalaDandeettii waan haaraa kalaquudabala.Sammuun akka sirriitti yaadu ykn waatokko...

View Article
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live