Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Walitti bu’iinsa Buraayyuu Ashawaa Meedatti umameen lubbuu namaa, qaama fi buqqa’uun qaqqabuu Aadde Daagmaawit beeksisaniiru

$
0
0

Walitti bu’iinsa Buraayyuu Ashawaa Meedatti umameen namoota miidhamaniif koreen deeggarsa taasisu hundaa’e

Burayyuu Ashawaa Meedatti walitti bu’iinsa umameen namoota miidhamaniif koreen deeggarsa taasisu dhaabbachuu bulchiinsi magaala Finfinnee beeksiise.

Itti aanan Kantiibaa Injinaar Taakkalaa Uumaa fi Aadde Daagimaawit Mogas Askoo mana barumsa Qaaletti argamuun daawwataniiru.

Aadde Daagmaawit Mogas fuula feesbuukii isaanii irratti rakkoo umaame itti fufiinsan furuuf sochiin taasifamaa jiraachuu eerun,yeroodhaf koreen bulchiinsaa dhaabbachuun dhiyeessin nyaataa, bishaan dhugaatii godhamaafii jiraachuu ibsaniiru.

Walitti bu’iinsa umameen lubbuu namaa, qaama fi buqqa’uun qaqqabuu Aadde Daagmaawit beeksisaniiru.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles