Abbaa Farda kana nuuf iyyaafadha, midiyaaleenii fi namonii hedduu nu
gafaachaa jiru.Beekamtii keennamuuf qaba.Goototaa keenya nu yaadachise.
Namonii bilbilaa isaa qabdaan karaa keessan nuuf ergaa. SHARE godhaa nama beekan biraan nuuf gahaa…
Eddoon inni itti ol ka’e dabalata lafa seenaati fardi abbaaa beeka yaabbii barbaada Bakkeetti abbaa gatee qobaa ol hin seenuu dursamuu hin fedhu oromoon kanaaf filata ..
Kanaaf yaabbiin kun seenaa tureef qaamni kamuu kooti jedhuuf bakka inni dhaabbate dabalatee ragaadha….isinhoo maal jettan…Share Like godhaa!!!