Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Garbuu fi faayidaa isaa

$
0
0

Garbuun faayidaalee danuu qabu keessaa muraasni kan armaan gadii ti!

1. Dhibee xannachaa ni ittisa.
2. Alaariji irraa nu fayyisa.
3. Dhiiga keenya ni qulqulleessa.

4. Dulluma yeroo malee ni ittisa.
5. Annisa ni kenna.
6. Ulfaatina qaamaa hir’isuuf.
7. Madaan qaama keenya dafee akka fooyya’uuf.

8. Kolostirooli qaama keenya keessaa ni hir’isa.
9. Dhibee Asmiif.
10. Daakamuu soorataaf.
11. Dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala.

12. Fayyaa gogaa keenyaaf.
13. Fayyaa rifeensa keenyaaf.
14. Lafee fayyaa qabeessa taasisa.

Kanaafuu Garbuu soorachuun qaroomina ! madda heliz


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles