Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Heerri Mootummaa waada Ummataa fi mootummaa giddu jiru jedhame. MM Dr. Abiyyi

$
0
0

Heerri Mootummaa waada Ummataa fi mootummaa giddu jiru jedhame.

Dr Abiyyi Ahmad gaaffii miseensota Mana maree Bakka Bu’oota Ummataarra ka’aniif deebi kennaniiru.

Heerri Mootummaa ummanni irratti mari’atee irratti walii gallaan wanti hin fooyyofneef hin jiru kan jedhan Dr Abiyyi, qaamni kamiiyyu gaaffi heera mootummaattirratti qabu kaasuu akka danda’au mirga Heera mootummaan kennameefi jedhan.

Sirni Dimookiraasii adeemsa yaada walfakataa keesumeessu qofa osoo hin taane yaada garagaraa kan keessumeesu akka ta’e himan.

Sirni Feedaraalizimii rakkoo nutti fide qaamonni jedhanii yaadan sirna feederaalizimii dura rakkoon hin turree jedhanii of gaafachuu qabu jedhan. Madda OBN


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles