Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To’annoo Nyaataa fi Dawaa ummanni oomishaalee nyaataa gosa 57 akka hin fayyadamne akeekkachiise.

$
0
0

Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To’annoo Nyaataa fi Dawaa ummanni oomishaalee nyaataa gosa 57 akka hin fayyadamne akeekkachiise.

Oomishaaleen kanneen ibsituu sadarkaa fi qulqullinaa kan hin qabne, iddoo oomishaa fi qabiyyee kan hin maxxanfanne, dhaabbanni oomishu kan hin beekamne, lakkoofsa addaa oomishaa kan hin barreeffanne, barrii oomishaa fi yeroon tajaajila isaanii kan beekamnedha.

Dhaabbileen to’attootaa oomishaalee kanneen gabaadhaa akka sassaabanii fi tarkaanfii akka fudhatan abbaan taayitichaa dhaamera.

Karameellaa; Joolii Looliipoop, Anaanaas Karameellaa, Koolaas Karameellaa, Oliipoop, Beest Karameellaa, Yes Karameellaa,(Koofii Karameellaa) Maamii Looliipoop, Saaraa Karameellaa, Jaar Looliipoop, Tsahaay Looliipoop, Yuuniik Looliipoop, Injoorii Karameellaa, Birtukaan Karameellaa, Yinaatuu Looliipoop, Halaawaa Karameellaadha.

Oomisha dammaa; Afiyaa, Riitim, Balaay

Soogidda nyaataa; Wiidii, Sulaa, Naay, Haayaat, Abeet, Bamnat, Innaat, Abbaay,Abbaat, Seefii fi Xaa’im.

Dhadhaa lawzii; Dastaa, Asnab, Nuunnuu, Abisiiniyaa, Bisraat, Fallee, Saabaa, Adaa fi Aday.

Zayita nyaataa nuugii; Aday Ababaa fi Qamar.

Nyaata madaalamaa daa’immanii; Missaalee, Eelmoo, Hiiruut Aajjaa, Zaynab Axmiit, Tawaddaaj ganfoo, Tawaddaaj shiroo, Faamilii.

Viintoo; Deekoo, Ispeeshaal, Daanaa, Qaanaa, Laaraa, Zaagool Acheettoo, Naayis Acheettoo, Amteesaa acheettoo, Maay acheettoo, Mas acheettoo, Vaaykiing acheettoodha. Madda fbcafaanoromoo


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles