Yuunvarsiitiin Finfinnee namoota beekamoo lamaaf Dooktareetii Kabajaa laachufi.
Seeneetiin Yuunvarsiitii Finfinnee walga’iisaa Adoolessa 4,2011 gaggeessen namoota beekamoo lamaaf Dooktareetii Kabajaa laachuf murteessera.
Dooktareetiin Kabajaa kunniinis hoji raawwachiisaa olaanaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa obbo Tawaldaa G/maariyaamii fi itti gaafatamaa Mana Maree Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa fi itti gaafatamaa ulamaa Haji Muuftii Sheeh Umar Idriisifi kan kennaman.
Dooktareetichis ebba barattoota Yuunvarsiitii Finfinnee booru Galma Barkumeetti gaggeeffamurratti kennama. Madda fbcafaanoromoo