Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 Kaliif Fand taasiseef galateeffatan.

$
0
0

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 Kaliif Fand taasiseef galateeffatan.

Waliigalteen deeggarsichaa ministir deettaa Ministeera Maallaqaa FDRI obbo Admaasuu Nabbabaa fi daayreektara boordii Kaliif Fand Huseen J Al Noowayisiin mallattaa’era.

Kaliif Fand Emmireetota Arabaa Gamtooman bakka bu’uudhani deeggarsicha Itiyoophiyaadhaf kan laate.

Deeggarsichi intarpiraayizoota xixiqqaa fi jiddugaleessaa jabeessuu, akkasumas carraa hojii damee innooveeshinii fi teeknooloojiirratti uumuuf kan kaayyeffatedha.

Marii deeggarsicha hojiirra oolchuuf taa’ameen booda Waajjira Muummee Ministiraatti biqiltuu dhaabaniiru. Madda OBN


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles