Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Waancaa Afrikaa bara kanaan Seneegaal fi Aljeeriyaan xumuraaf gahan.

$
0
0

Waancaa Afrikaa bara kanaan Seneegaal fi Aljeeriyaan xumuraaf gahan.

Morkii walakkaa xumuraa kaleessa galgala gaggeeffameen Seneegaal morkattuu ishee Tunisiyaa 1 fi 0 injifachuun xumuraaf geechee jirti.

Bifuma walfakkaatuun Aljeeriyaanis morkii cimaa Naayijeeriyaa waliin taasisteen 2 fi 1 injifachuun xumuraaf qaqqabdee jirti.

Kanaan booda taphoonni 2 kan hafan yoo ta’u, Roobii dhufu sadarkaadhaf Naayijeeriyaa fi Tunisiyaan waliin kan morkatan ta’a.

Waancaaf ammoo Jimaata Seneegaal fi Aljeeriyaan morkii xumuraa waliin taasiisu. Madda OBN


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles