Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all 1487 articles
Browse latest View live

Saamsing Moo iPhone Dafee Duratti Caccaba ?

$
0
0

Saamsing Moo iPhone Dafee Duratti Caccaba ?

Jechoota App


WhatsApp fi imo Kee Amma Booda Namin Tokkoleen Hin Banu

WhatsApp fi imo Kee Amma Booda Namin Tokkoleen Banu Hin Danda’u

$
0
0

WhatsApp fi imo Kee Amma Booda Namin Tokkoleen Banu Hin Danda’u

Jechoota App

Vidiyicha mobiyile irratti fayyadame daawachuuf ykn buufachuuf link armaan gadii kan tuqaa daawadha ykn buufadha

Wallpaper Video Naasisaa

App Bilbila Bareechisu

App Bilbila Bareechisu

$
0
0

App Bilbila Bareechisu

Jechoota App

Wallpaper iPhone 11 fi iPhone 11 Pro Haara


Vidiyicha daawachuuf ykn buufachuuf link armaan gadii kan tuqaa daawadha ykn buufadha

Wallpaper iPhone 11 fi iPhone 11 Pro Haara

$
0
0

Wallpaper iPhone 11 fi iPhone 11 Pro Haara

Jechoota App

Vidiyicha daawachuuf ykn buufachuuf link armaan gadii kan tuqaa daawadha ykn buufadha

Wallpaper Samsung Galaxy S10 Plus Haara

Wallpaper Samsung Galaxy S10 Plus Haara

$
0
0

Wallpaper Samsung Galaxy S10 Plus Haara

Jechoota App

Gurraachi Lammii Ameerikaa dhaddacha irratti nama obboleessa isaa ajjeese dhiifama godheef

$
0
0

Gurraachi Lammii Ameerikaa dhaddacha irratti nama obboleessa isaa ajjeese dhiifama godheef

Gurraachi Lammiin Ameerikaa dhaddacha irratti nama obboleessa isaa ajjeese dhiifama godheef baayyota ajaa’ibsiise.

Tibbana ta’iin mana murtii Ameerikaa keessatti raawwate dhiifama waliif gochuu fi waliin jiraachu dhala namaa caalumaatti kan cimsudha.

Dhimmichis akka ture, adiin lammii Ameerikaa taate Ambar Guygar jedhamtu ofiisseeri poolisii gurracha lammii Ameerikaa nama umuri 26 Boothaam jedhamu waggaa tokko dura dogoggooraan itti dhukaasuun kan ajjeefte.

Badii raawwate kanaan to’annaa poolisii jala kan oolfamte ofiiserri poolisii kun dargaggeessa kana badii tokko malee shakkii qofaa itti dhukaasuun akka ajeefte amante.

Qorataan poolisii gurrachi lammii Ameerikaa kun badii tokko malee ofiisera poolisii kanaan du’uu isaa raga quubsaan mirkaneesseera.

Abbootiin murti bu’uuruma ragaan isaaniif dhiyaateen shakkamtuu kana irratti murii dabarsuuf dhaddacha irra jiru.

Yeroo kana egaa obboleessi nama du’ee Biraandit kan jedhamu abbootii murtii dabalatee gochi hirmaattoota dhaddachaa boochise kan raawwatame.

Biraandit miira keessa galuun abbaa murtii erga eyyamsiise boodde murteen kan ishii eeggatu nama obboleessa isaa ajjeeseen akkas jedhe “ obboleessa kiyya heedduun jaaladha ture, du’a obboleessa kiyyaan walqabatee abbaan kiyya gadda isaa irraan kan ka’e hedduu miidhameera.

Haatu’uti waanti ta’e hundumtuu dogoggooraan raawwatame, ati hidhamuun obboleessa kiyya naaf hin galchu, maatii isaatiif wanti bu’u hin jiru, dhugumaa dogoggora hojjetetti amantee kan itti ceephooftu yoo ta’e dhiifama si godheera” jechuun itti marmee haammatte dhungate.

Gochi obbooleessi nama du’ee raawwate kun abbootii murtii dabalatee hirmaattoota dhaddachaa kan boochise ta’uu BBC gabaaseera.

Feesbuukiin Ityoophiyaatti sagantaa ragaalee sobaa hir’isu danda’u eegale

$
0
0

Feesbuukiin Ityoophiyaatti sagantaa ragaalee sobaa hir’isu danda’u eegale

Feesbuukiin Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 10 keessatti sagantaa ragaalee sobaa hir’suu danda’u eegale.

Dhaabbanni Feesbuukiin Ityoophiyaa dabalatee biyyota Sahaara gaditti argaman Zaambiyaa, Somaaliyaa, Burkinaa Faasoo, Yuugaandaa, Taanzaaniyaa, Dimokiraatiki Rippabiliik Koongoo, Kootdivaar, Giinii Koonkiree fi Gaanaa fa’i sagantaa ragaalee sobaa hir’isuu danda’u kan eegale.

Marsariitii feesbuukii sobaa cufuu, qaamolee odeeffanno dhugaa dabarsaaniin walbaruu fi deeggarsa maallaqaa kan taasisaan gidduutti qajeelfamoota saganticha keessatti argamu jedhameera. Fbcafaanoromoo


Haala Qileensa Raaguf App Ajja’ibaa

Haala Qileensa Raaguf App Ajja’ibaa

$
0
0

Haala Qileensa Raaguf App Ajja’ibaa

Jechoota App

Bilbila Osoo Harkaan Hin Tuqin Kaasu

Bilbila Osoo Harkaan Hin Tuqin Kaasu

$
0
0

Bilbila Osoo Harkaan Hin Tuqin Kaasu

Jechoota App

Barattoota shamarranii qabxii argachuuf saal quunnamtiif gaafataman Yunivarsiitiiwwan

$
0
0

Naayijeriyaafi Gaanaatti barattooti shamarranii qabxii argachuuf saal quunnamtii gaafatamu. Qorannnoon ganna tokkoo ol BBC Africa Eye’n midhaaffame kun rakkoo shamarran irra gahu saaxila. Yunivarsiitiin Leegos barsiisaa dokumentarii BBC waahee qoccollaa saalaa keessatti mullate hari’uusaa beeksise.

Kana malees barsiisaan kun waldaa Kiristaanaa paastarii tahe tajaajilu keessaas hari’ameera.

Erga dokumentariin qorannoo BBC Africa Eye gadhiifamee kaasee miidiyaalee hawaasummaa Naayijeeriyaa, Gaanaa fi Keenyaatti dubbii ijoo tokkoffaa ta’eera – keessattuu Twitter gubbaa.

Gabaasa kana keessattis Dr. Igbeneghu’n gaazexeessituu dhoksaatti barattuu fakkaattee itti dhiyaatte qoccollaa saalaa wayita irraan gahu kaameeraan dhoksaa waraabeera.

Waldaan Foursquare, barsiisaan kun iddoo paastarummaan itti tajaajilu ibsa baaseen, gochaan akkasii tasumaa fudhatama akka hinqabnee fi hojii Dr. Igbeneghu irraa akka of fageessu dubbateera.

Gabaasni qorannoo BBC kun hojii amanta tokko fudhate yogguu tahu, qoccollaa saalaa piroofesaroonni yunivarsiitii Leegos fi Yunivarsiitii Gaanaa irratti kan xiyyeeffatedha.

Yinivarsiitiin Leegos (UNILAG jechuunis ni beekama) akka jedhetti, qoccollaan saalaa tasumaa fudhatama akka hin qabne imaammata ‘zer-tolerance’ akka qabu beeksiseera.

Hojjetaan kamuu dhimma kanarratti balleessaan irratti argame akka hojiirraa hari’us himeera.

Gama kaaninis Yunivarsiitiin Gaanaa hojjettootaa fi barattoota qoccollaa saalaa keessaa harka qaban kamiifuu eegumsa akka hin taasisne haaleera.

Kana malees kanneen gabaasa BBC keessatti maqaan eerames nan qoradhaa jedheera.

Dr. Igbeneghu’n waahee odeessa viidiyoo bahee wanti jedhe hinjiru.

Madda bbcafaanoromoo

Viewing all 1487 articles
Browse latest View live