Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all 1487 articles
Browse latest View live

WhatsApp Barreeffama 3D Bareessu


WhatsApp Irratti Barreeffama 3D Bareessu

$
0
0

WhatsApp Irratti Barreeffama 3D Bareessu

Jechoota App

Wallpaper Bilbila Bareechisuu

Wallpaper Bilbila Bareechisuu

$
0
0

Wallpaper Bilbila Bareechisuu

Jechoota App

Iskriini irraa Facebook live dabarsu

Iskriini irraa Facebook live dabarsu

$
0
0

Iskriini irraa Facebook live dabarsu

Jechoota App

Launcher Bilbila Bareechisuu

Launcher Bilbila Bareechisuu

$
0
0

Launcher Bilbila Bareechisuu

Jechoota App


Bilbila Kiyya Harkaan Hin Tuqin

Bilbila Kiyya Harkaan Hin Tuqin

$
0
0

Bilbila Kiyya Harkaan Hin Tuqin

Jechoota App

Alarm Ajja’ibaa

Wallpaper Ajja’ibaa

Call Ringtone Vidiyon

Wallpaper Niwuseeli

FAA’IIDAA FAYYAA WALQUNNAMTIIN SAALAAN FIDU

$
0
0

Ilmii namaa wantoota isaaf barbaachisu keessa inni tokko walqunnamtii saalaa dha. Walqunnamtiin saalaa ijoollee horachuun ala bu’aa hedduu qaama keenyaaf kan buusu qaba. Tuqaalee 9 kanneen qunnamtiin saalaan fidu asii gadii tarreefame faa’iidaasa isiniif ibsuu yaalla.

1. Eegumssa Fayyaa Dabala

Namootni qunnamtii saalaa torbaanitti si’a lama ol raawwatan eegumsi fayyaa (Immunity) isaani cimina godhata. Innis kan ta’u danda’u, yeroon qunnamtii saalaa yeroo yeroo dhan raawwatamu seelii immunoglobulin(Ittisa Fayyaa) qaama keenya keessa lakkoofsaan baayye kan ol ka’u dha. Seeliin kun viyirasii garaagara kannen farra qaama keenya ta’an hir’isu irratti gahee gudda qaba.

2. Dhukkuba Onnee Hir’isa

Qorannoon tokko akka ibsuttii, dhiirotnii kannen torbaanittii si’a 2 ol qunnamtii saalaa raawwatan fi kanneen hin raawwanne yoo madaalchisan. Dhibbeentaa %45 dhiirotni qunnamtii saalaa raawwatu irra baayyeesa dhukkubbii onnee irra bilisa ta’an.

Kun kan ta’u danda’u immo, qunnamtiin saalaa shaakalaa ispoortii(Excersise) ta’u danda’a jedhame.

3. Dhiibbaa Dhiigaa Hir’isa

Walqunnamtii Saalaa sammuu keenyaf aara waan baafachiisuuf dhiibba dhiiga hir’isuu irrattii bu’a qabeessa dha. Kuniis sammuu dhiphachuu fi dhiibba dhiiga keenya hir’isa.

4. Waraansa Hir’isa

Qunnamtiin saalaa waraansa hir’isuun beekama. Keessattu waraansa dugdaa fi miila keenya hir’isuu irratti gaa’e gudda qaba. Kuniis kan ta’u danda’u, hormooniin waraansa hir’isu(Oxytocin) qaama keenya keessa dabalee argama. Hormoniin Oksitoosin yeroo tokko tokko love hormone ykn Hormonii Jaalalaa jedhamee beekama. Hormooniin kun qaama keenya keessatti yoo baayyinaan argame, waraansa (pain) garaagara fi dhiphachuu sammuu fi wantoota adda adda irraa nu ittisa. Bowwaa mataa fi waraansa yeroo laguun dhufuu irrattiis kan hir’isuu dha.

5. Hirriba Fooyyessa

Namootni rakkoo hirribaa qabaniif qunnamtiin saalaa faa’iida guddaa qabaaf. Qoricha hirribaa fudhachuurra qunnamtii saalaa raawwatanii rafuutu irraa filatamaa dha jedhu doktoroonni heddu.

6. Sammuu Dhiphachuu Hir’isa

Warrii sababa hojiitiif ta’e sababa adda addan kan sammuunsaani dhiphinaa fi yaaddo cimaa keessa jiraniif qunnamtiin saalaa furmaata ta’uf danda’a. Akkumaa tuqaa 4ffaatti ibsameetti, yeroon qunnamtiin saalaa raawwatamu hormooniin Oksitoosin waan dabaluuf dhiphinaa sammuu keenya baayye hir’ata. Qunnamtiin Saalaa sammuu keenyaf aara galfii dha.

7. Fedhii Saalaa Dabala

Dhiirotni rakkoo fedhii saalaa qabaniif furmaatnisaa, yeroo yeroo dhan qunnamtii saalaa raawwachu yaalu dha. Irra deddeebi’ani yoo raawwatan fedhiiniis dabalaa dhufa. Dubartootni fedhii hin qabneefiis, yeroo yeroo dhan yoo irra deebi’anii raawwatan isaaniif fedhiinsaani ol ka’a dhufa. Kuniis kan ta’u danda’u dubartootni dhaqnisaani waan jiiduuf (bishaan ta’uf) yeroorra yeroo yoo raawwatan bishaan kuniis waan dabaluuf fedhiinis dabalee dhufa.

8. To’annoo Fincaanii Fooyyessa (Dubaraaf)

Maashaalee afuffaa fincaanii jalattii argamu yeroo qunnamtii saalaa raawwatan humnasaa baayye kan dabaluu dha. Maashaalee kun yoo humna godhatu dubartootni dandeettii fincaansaani to’atan fooyyaa’a dhufa.

HUB: Akkaata biraa kan fincaan to’achu ofbarsiisu dandeessan yeroo fincaaniif teessan gidduutti utuun xumuriin yeroo muraasaf addan kutuu yaalu dha. Kuniis maashaalee afuffaa fincaani jalatti argamu humna ykn irree itti horata.

9. Carraa Dhukkuba Goflaa Proosteti Hir’isa

Dhukkubnii Prostate cancer (Goflaa Proosteti) dhukkuba dhiirota qofa kan hubuu dha. Qorannoo tokko tokko akka ibsuutti dhiirotni waggaa 40 ol ta’an kanneen qunnamtii saalaa yeroo dheeraaf hin raawwanne kan hubuu dha. Kanneen ji’atti al 21 ol sanyii kormaa dhangalaasaniif dhukkubni kun carraa isiin qabuuf baayye xiqaata.

Maddii Odeefannoo: zelave


Walaloo Ajaa’ibaa Amaan Nyaafaroo [Hafuura Goototaa (OMN)]

$
0
0

Walaloo Ajaa’ibaa Amaan Nyaafaroo [Hafuura Goototaa (OMN)]

Jechoota App

Vidiyo Abbaa Feete Download Godha

Watermark Itti Ida’uu fi Irraa Haquu

Harree 44 Horsiisa Faayidaan Harree Maali? Harree fi Nama Kam Irra jaalatta?

$
0
0

Harree 44 Horsiisa|| Faayidaan Harree Maali? Harree fi Nama Kam Irra jaalatta?

Jechoota App

Background footo abba feete jijjiiru

Viewing all 1487 articles
Browse latest View live