Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

koompiwutera keenyaa irraa akkamittii Waraabbii Iskiriinii(Screen Record) fudhachuu dandeenyaa?

$
0
0

Akkam jirtuu hordoftootaa keenyaa, hardhaa akkaataa koompiwuteraa keenyaa irraa screen record gochuu dandeenyuu fakkiidhaan deeggarree isiniif dhufneerraa nu faanaa bu’a.

Karaalee baayyee screen record koompiwutera keenyaa irraa fudhachuu dandenyuun keessaa inni tokkoo POWER POINT fayyadamuudha. Hunda dura microsoft office qabaachuu qabna hin qabnuu taanaan immoo fe’achutu nurraa eegaama. Itti aansuun POWER POINT keenyaa bananna

Erga bannee boodaa fuullii nuuf dhufu irra insert kan jedhu cuqaasnaa.

Fuulaa ittii aanee nuuf dhufu irraa akka armaan gadiittii Screen Recording kan jedhu cuqaasna.

Kana boodaa Waan Warabachuu barbaannu bira deemuudhaan Naannawa barbannee akka armaan gaditti crop gochuun Warabbii keenyaa jalqabna.

Kana boodaa waan warabbachuu barbannuu koompiwuteraa keenyaa irrattii eergaa hojjannee boodaa yommuu xumurruu WINDOWS LOGO KEY+SHIF+Q tuquudhaan yeemmuu dhaabnuu wanti warabbame vidiyoodhan ta’e power point irra taa’aa. Kana boodaa “right click” gochuun save media as… kan jedhu cuqaasuudhaan kallattiin eddoo barbaannetti save gochuu dandeenyaa.

AMMANUMAA KANA SHAAKALUUDHAAN GAAFFIIFI YAADAA YOO QAABAATTAN NU QUNNAMA.

KAN HARDHAAF JENNE KANUMA NAMA BORI NU HAA TAASISU.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles