Facebook irratti wantootaa isin jalaa bade deebistanii argachuuf
Ashamaa!! Har’a waan haaraa tokko qabadhee isiniif dhufeen jira. Isinis maaliidha yoo jettan; facebook keessan keessaa akkaataa suuraa, viidiyoolee fi ergaalee isin jala bade yookiin balleesitan...
View ArticleMiidhaa DDOS salphaa adeemsisuu
Hubadhaa: Maxxansa kana wanti manxanseef; barnoota haa tahuuf qofa. Namni kamuu; barreeffama kana dubbisee miidhaa weebsaayitiilee irratti yoo dhaqqabsiise; an itti gaafatamummaa kan hin fudhanne...
View ArticleEenyummaa kee intarneetii irratti dhoksuuf
Yeroo ammaa kanatti eenyummaa ofii internet irratti dhoksuun baay’ee gaariidha. Kaampaaniileen fi namoonni dhuunfaa tokko tokko eenyummaa kee hatuun dhimma adda addaatiif itti fayyadamuu danda’u. Kun...
View ArticleMoobaayilli harkaa suuta suuta nu ajjeesaa jira
Bilbilli harkaa(mobile) jireenya keenya guyyaa guyyaa kessatti heddu barbachisaa ta’uurra kan ka’e yeroo amma kana daqiiqaa tokkoof of bira dhabuun namoota hedduuf ulfaataa akka ta’e hundi keenyaa...
View Article“Social engeenering” maaliidha?
Guyyoota muraasaan dura ture; hiriyaan koo tokko lakkofsoota 00387603465343, 00447087655034 kanneen lamaan irraa ergaa barreeffamaa tokko dhufeef natti hime. Ergichis akka inni badhaasa guddaa argatee...
View ArticleHidhoota Gurguddoo Afrikaa shanan
Afrikaan ardii qabeenya uumamaa hedduun badhaatee jirtuudha. Haroowwanii fi laggeen kumaatamaan laakkawan hedduus qabdi. Laggeenii fi haroowwan kanneen irratti hidhoota gurguddoo ijaaramanii jiran shan...
View ArticleBara 2050tti nyaata firiijii dhangala’aa keessa kaawattu
Bara 2050tti nyaata firiijii dhangala’aa keessa kaawattu Dubbichi Akkana. Dhaabbanni qorannoo Electrolux jedhamu, mi’a manaaf kan tahu, akka hojjataniif wal dorgommii qopheesse. Wal dorgomicha...
View ArticleSirboota Afaan Oromoo YouTube irratti baay’inaan ilaalaman Kurnan
Sirboota Afaan Oromoo baay’inaan YouTube irratti daaw’ataman kurnan Walleewwan Afaan Oromoo isaan haaraa reef bahanii fi kanneen durii hedduun isaanii YouTube irratti fe’amanii jiru. Walleewwan Afaan...
View ArticleKaraalee gurguddoo 5n facebook’n kee ittiin cabuu danda’uu fi haala too’annaa...
. Karaalee gurguddoo 5 Facebook kee ittiin cabuu danda’uu fi haala too’anaa isaa Eenyummeessaan nama kamiinuu taanaan yoo abbaan haala barbaadamuun kan hin too’anne taate, akka salphatti cabuu danda’a....
View ArticleWantoota ajaa’ibaa 5 notepad’dhaan hojjachuu dandeessu
Notepad’n moosaajii salphaa koompiitaroota windows hunda irratti argamuudha. Akkuma hedduun keenya beeknus, notepad’n tajaajila barreeffamaa kan kennuudha. Notepad’n tajaajila barreeffamaa kennuun...
View ArticleMarsariitilee gurguddoo shanan suuraalee odeeffannoo sobaaf oolan adda...
Marsariitilee gurguddoo shanan suuraalee sobaa adda baasuuf tajaajilan Jaarraa nuti keessa jiru kun jaarraa odeeffannooti. Guyyatti odeeffannoolee garagaraa karaalee garagaraan arganna. Keessaanuu,...
View Article“Fingerprint” moobaayila keessan irratti uummachuuf
Maxxansa kana keessatti, akkaataa moobayila keessaniif “fingerprint” haala itti uummachuu dandeessan kan irraa bartaniidha. Sababa maxxansa kanaaf jecha, viidiyoo tokko akkaataa moobayila keessan...
View ArticleKiriptoogiraafi
Odeeffannoon dhimmoota gara garaa keessatti tajaajila gara garaaf oola. Dhimmoota biizinasii keessatti, dhaabbilee gara garaa keessatti, dhimmoota waraanaa keessatti odeefannoon tajaajila gurguddoof...
View ArticleMaloota Funuunuu funyaanii ittiin ittisan
FUNUUNA ykn DHIIGUU FUNYAANII ( nasal bleeding) AKKAMIIN DHAABUU QABNAA? YEROO BAAY’EE MALIRRAA KA’AA? 1. Funyaan keenya quba gudaa fi quba elemtuu gidduutti jabeessinee qabachuudhaan gara lafee...
View ArticleChaayinaan baankii jalqabaa Roobootii qofaan hojjatu bante
Baankiin jalqabaa dhala namaan hin hojjatamne kun, baankii mootummaa chaayinaan magaalaa shaangaayi keessattiidha kan baname. Baankiin guutumatti teeknoolojiidhaan guuttame kun, guutumatti dhalli namaa...
View ArticleMaloota sasalphoo saffisa koompiitara keetii ittiin dabaluu dandeessu
Koompiitarooni saffisaan wantoota garagaraa raawwachuu hin dandeenye hunda keenyaa ni jibbisiisu. Sababoota koompiitaroonni ittiin jaatanaa’uu danda’aniif ilaalchisee maxxansa tokko mata duree...
View ArticleWordPress.com fi WordPress.org keessaa kamtu irra filatama?
Namni haaraa biloogii jalqabuu barbaadu kamuu yaaddolee fi gaafilee adda addaatiin ni qabama. Iddooleeniifi dhaabbileen gara garaa tajaajila biloogii tolaa kennan heddutu jira. Fakkeenyaaf kanneen akka...
View Articlekoompiwutera keenyaa irraa akkamittii Waraabbii Iskiriinii(Screen Record)...
Akkam jirtuu hordoftootaa keenyaa, hardhaa akkaataa koompiwuteraa keenyaa irraa screen record gochuu dandeenyuu fakkiidhaan deeggarree isiniif dhufneerraa nu faanaa bu’a. Karaalee baayyee screen record...
View ArticleGoogle waa’ee kee maal beeka?
Google waa’ee kiyya maal beeka jettee of gaafattee beektaa laata? Of gaafattee beekta taanaan si qofaa miti, namni gaafii kana of gaafatee jiru jiru si qofaa miti. Anis yeroo heddu of gaafadhee jira...
View Article