Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Injiinar Taakkalaan Ambaasaaddara Irsaa’eel waliin mari’atan

$
0
0

Injiinar Taakkalaan Ambaasaaddara Irsaa’eel waliin mari’atan

Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman Ambaasaaddara Irsaa’eel Raalf Maarvin waliin mari’atan.

Cee’umsa teeknooloojii, maqsa balfa gogaa, guddina tuuriizimii irratti waliin hojjechuuf mari’ataniiru.

Ambaasaaddarichi muuxannoo teeknooloojii jallisii naanoo Ityoophiyaaf qooduu akka barbaaddu himaniiru.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles