Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

DHALA DHABUU ykn MASEENUMMAA irraa dhala argachuuf maaliin of gargaaruu qabnaa ?

$
0
0

DHALA DHABUU /MASEENUMMAA/

Dhala dhabuun waantoota yeroo ammaa kana nama rakkisan keessaa tokkodha.

Dhibee kanaaf mana yaalaa deemanii ilaalamuun dirqama ta’ee osoo jiruu ofuma keenyaa immoo dhala argachuuf maaliin of gargaaruu qabnaa ?

1. Walqunnaamtii saalaa yoo xiqqaate torbanitti alsadii raawwachuu.

2. Yoo qunnaamtii saalaa raawwannu guyyaa carraan ulfaa’uu baay’ee olka’aa ta’e adda baasnee beeekuuu ( Guyyaa marsaan laguu itti dhangala’uu eegale irraa kaasee guyyaa guyyaa 9ffaa haga 19ffatti.)

3. Waantonni sammuu jeeqan marsaa laguu fi qophaa’uu hanqaaquu waan hir’isaniif irraa fagaachuu qabna.

4. Ulfaatinni yoo baay’ee dabale hir’isuu

5. Warshaa keemikaala qaban keessa yoo hojjannu of eeggannoo guddaa taasisuu, kun keemikaalota farra haramaa illee ni dabalata.

6. Alkoolii dhuguu dhiisuu

7. Nyaata maadalame nyaachuu

8. Tamboo xuuxuu dhiisuu

Fayyaan Faaya madda drg


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles