Quantcast
Channel: Jechootaa App
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live

Abbaaa shumbee fi funye diraamaa aja’ibaa kana dawadha

Oromo diraamaa

View Article


Injiinar Taakkalaan Ambaasaaddara Irsaa’eel waliin mari’atan

Injiinar Taakkalaan Ambaasaaddara Irsaa’eel waliin mari’atan Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman Ambaasaaddara Irsaa’eel Raalf Maarvin waliin mari’atan. Cee’umsa...

View Article


DHALA DHABUU ykn MASEENUMMAA irraa dhala argachuuf maaliin of gargaaruu qabnaa ?

DHALA DHABUU /MASEENUMMAA/ Dhala dhabuun waantoota yeroo ammaa kana nama rakkisan keessaa tokkodha. Dhibee kanaaf mana yaalaa deemanii ilaalamuun dirqama ta’ee osoo jiruu ofuma keenyaa immoo dhala...

View Article

የጠቅላይ ፍርድቤት ሹመትና የጠቅላይ ሚኒስቴሩ የአዉሮፓ ጉብኝትና ሥኬት

OBN

View Article

Qorichoonni “Vigo fi Vega” jedhaman seeraan ala waan ta’aniif gabaarraa...

View Article


Imaammata Barnootaa Haaraa

View Article

Dr. Birhaanuu Leenjisoo fi Dr. Birhaanamasqal Abbabaa Sanyii

View Article

Muudama Hooggantoota Mana Murtii waliigalaa Federaalaa

View Article


Dubartii altokkotti barumsaa Injiinering fi meedikaala xumurte !

Dr. Injinar Ililtaa gaafa naan jedhan takka takka sodaatu natti dhagahama. Barumsa gosa lamaa barachuukoollee namni baay’een akka baru waan hinbarbaanneef fayyaa akkan baradhu qofan dubbadha ture....

View Article


Garmalee furdachuus ta’e qallachuun ‘waggaa afuriin umuriikee gabaabsa’...

Haalaan furdachuun yookaan qallachuun dheerina umurii silaa jiraatamuu malurraa waggoota afuur akka hir’isu danda’u qorannoon maxxansa joornaalii Laanseet eera. Gabaasnii qorannoo haala addaan bal’a...

View Article

Dubartoonni teessuma isaanii furdifachuuf yaalan du’aa jiru

Dubartoonni kumaatamaan lakkaa’aman teessuma isaanii gabbifachuuf yaalii isaan hin taasifne hin jiru. Yeroo teessuma isaanii furdifatan kana mudhiin isaaniis qallatee kan mudhiin mudhii migiraa ykn...

View Article

Koonsartiin artiistonni Ityoophiyaa fi Eertiraa irratti hirmaatan qophaa’aa jira

Koonsartiin artiistonni Ityoophiyaa fi Eertiraa irratti hirmaatan qophaa’aa jira Koonsartiin muuziqaa weellistoonni beekamoo Ityoophiyaa fi Eertiraa irratti hirmaatan Maqaleetti gaggeeffamuufi....

View Article

Lakkuuwwan Tanzaaniyaa ganna 21tti du’aan boqotan

Lakkuuwwan Tanzaaniyaa Mariyaa fi Konsolaataa ganna 21tti du’aan boqotan Lakkuuwwan Taanzaaniyaa walitti qabatanii dhalatan du’an Maariyaafi Konsolaataa rakkoo qaama hargansuutiin walqabatee isaan...

View Article


Haasawa Dr. Abiy Ahmed | Doktarri Jaalalaa biyya Jarmanii magaala...

Wal tumsinee yoo tokko taane injifannoon keenya fagoo miti. Mirga abbaa biyyummaa kan nama gaafannee arkannu osoo hin taane qabsooynee kan arganneedha. Akkuma nuti Xaanaan keenya Amaariffi keenya...

View Article

Seenaa Qabsoo Oromoo Luba Dr Gammachiis Dasta

MO’AA TV

View Article


Boorrii Daammotaa (Gadaan Bulla)

New Oromo Music

View Article

Rakkoo fayyaa sammuu fi Dargaggoota

MO’AA TV

View Article


PBMNO kabajamoo Dr.Lammaa Magarsaa Dhaamsa Dabarsan

MNO Humna Nageenyaa Naannichaa Bifa Addaan Ijaaraa Jira. Itti Muddi “Yeroo kana diinoonni keenya nu sakaaluuf nu jilbeeffachiisuun jijjiirama amma argame boodatti deebisuuf aggaammii adda addaa...

View Article

FAYYUMMAA TIRUU KEENYAAF

FAYYUMMAA TIRUU KEENYAAF: • Yeroo dheeraaf Alkoolii baay’isanii dhuguu dhabuu. • Qoricha hanga fudhatamuu qabuu ol fudhachuu dhabuu. • Ajaja ogeessa yaalaa malee qoricha hin beekne tokko ofumaa...

View Article

TAAYIFOODI

Taayifoodiin baakteriyoota “Salmonella Typhi”/”Salmonella Paratyphi” jedhamuun dhufa. Dhukkubni kun biyyoota guddataa jiran keessatti bal’innaan kan mul’atu fi cinqaa ta’uyyuu, biyyoota guddatan...

View Article
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live