Quantcast
Channel: Jechootaa App
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Waltajjii Marii jaarmiyaalee Siyaasaa Oromoo har’a Finfinneetti geggeeffamaa jira

$
0
0

Waltajjii Marii jaarmiyaalee Siyaasaa Oromoo har’a Finfinneetti geggeeffamaa jira

Waltajjiin marii Jarmiyaalee Siyaasaa Oromoo hundi irratti argaman kun mata duree marii “Ce’imsa gara

Dimookiraasii fi haala qabatamaa Naannoo Oromiyaa” jedhurratti Finfinnee Galama Aadaa Oromootti geggeeffamaa jira.

Kaayyoon kanaas Jarmiyaaleen Siyaasaa Oromoo dhimma Waloo Ummata Oromoorratti dhimmoota waliin hojjechuu danda’anirratti wal hubannaa uumifi jedhameera.

Ka’umsa marii kanaatiif barreeffama qabsoo Ummata Oromoo eessaa garamitti,

qormaatileefi sadarkaa qabsichi yeroo ammaa irra gaheefi kallattii qabsoo fuulduree Oromoo ilaalchisee qophaa’e

Itti GaafatmaanSiyaasaafi Ijaarsa Baadiyyaa Obbo ODP obbo Addisuu Araggaatiin dhihaateeJ ira.

Sagantaa kana booda mariin ni geggeeffu qabannee dhihaanna.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1487

Trending Articles