Hooggansi olaanaa Adda Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen(ABBO) har’a ganama...
Hoggansi olaanaa ABBO Finfinnee gale Hooggansi olaanaa Adda Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen(ABBO) har’a ganama Finfinnee galeera. Dura taa’aa addichaa Mahaammad Oomaar dabalatee hoggansi olaanaa 20...
View ArticleMinistirri Muummee Dr Abiyyi Ahmad Barruu ‘New African’ Afriikaanota ciccimoo...
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahmad Barruu ‘New African’ Afriikaanota ciccimoo bara kanaa 100 tarreesse keessaa adda durummaan filataman. Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad suurrisaanii fuula jalqabaa...
View ArticleJawaar Mohaammad jiraattoota godina Shawaa Kaabaa waliin mari’ate
Jawaar Mohaammad jiraattoota godina Shawaa Kaabaa waliin mari’ate Aktiivisti Jawaar Mohaammad guyyaa har’aa magaala Fiicheetti jiraattoota godina Shawaa Kaabaa waliin marii gaggeessan. Sagantaa...
View ArticleMagaalaa Qoollaa Dibbaatti walitti bu’iinsa mudateen lubbuu namaa darbe
Magaalaa Qoollaa Dibbaatti walitti bu’iinsa mudateen lubbuu namaa darbe Naannoo Amaaraa Goondar jiddugaleessaa magaalaa Qoollaa Dibbaatti walitti bu’iinsa mudateen lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhan...
View ArticleChaansilarri Ostiriyaa Sabaastiyaan Kariz daawwif Finfinnee galan
Chaansilarri Ostiriyaa Sabaastiyaan Kariz daawwif Finfinnee galan Chaansilarri Ostiriyaa Sabaastiyaan Kariz daawwii hojiif har’a Finfinnee galaniiru. Chaansilarri Ostiriyaa Sabaastiyaan Kariz buufata...
View ArticleWaltajjii Marii jaarmiyaalee Siyaasaa Oromoo har’a Finfinneetti geggeeffamaa...
Waltajjii Marii jaarmiyaalee Siyaasaa Oromoo har’a Finfinneetti geggeeffamaa jira Waltajjiin marii Jarmiyaalee Siyaasaa Oromoo hundi irratti argaman kun mata duree marii “Ce’imsa gara Dimookiraasii fi...
View ArticleMuummeen Ministeeraa Dooktar Abiy Ahmad godina Baaleetti jiraattoota aanaa...
Muummeen Ministeeraa Dooktar Abiy Ahmad godina Baaleetti jiraattoota aanaa Gindhiir waliin mari’atan Muummeen ministira FDRI Dooktar Abiy Ahmad godina Baaleetti jiraattoota aanaa Gindhiir waliin...
View Article