Quantcast
Channel: Jechootaa App
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live

Diyaamand Liigii kaleessa galgala Loozaanitti gaggeeffameen meetira kuma 5...

Diyaamand Liigii kaleessa galgala Loozaanitti gaggeeffameen meetira kuma 5 Atleet Yoomiif Qajeelchaan injifate. Yoomiif dorgommicha daqiiqaa 13 fi maaykiroo sakandii 56 injifateera. Atleet Salamoon...

View Article


Itoophiyaan teelekoom ooppireetaroota idil addunyaa 2 caalbaasidhaan gabaatti...

Itoophiyaan teelekoom ooppireetaroota idil addunyaa 2 caalbaasidhaan gabaatti galchuufi. Ministir deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny deemsa piraayveetaayzeeshinii Iityoo...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Artist Samiiraa Abdusalaam eessatti badde warri jettan kunoo waan keessa...

Artist Samiiraa Abdusalaam eessatti badde warri jettan kunoo waan keessa jirtu ilaalaa! Vidiyicha daawachuuf link armaan gadii kan tuqaa daawadha https://youtu.be/kyEIghpqpEo Jechoota App

View Article

Ispoortiin hawaasa hunda hirmaachise marsaa 2ffaaf magaalaa Finfinneetti...

Ispoortiin hawaasa hunda hirmaachise marsaa 2ffaaf magaalaa Finfinneetti adeemsifameera. Ispoortii hunda galeessa magaalaa Finfinnee adababayii masqalaatti yeroo lamaaffaaf Kantibaa Itti aanaa Injinar...

View Article

Finfinneen Wiixataa eegalee mootar saaykilii poolisii fi poostatiin ala kaan...

Finfinneen Wiixataa eegalee mootar saaykilii poolisii fi poostatiin ala kaan sassaabuu eegaluufi. Hojiin to’annoo sochii mootar saaykilii kun hannaa fi rakkoo nageenyaa furuuf yaadamee akka ta’e...

View Article


Waantota 30 Dhugaa hin Fakkaanne garuu, Dhugaa tahan

1★Sinbirroon hin fincooftu. 2★Goondaan tasumaa hin rafu,sombas hin qabdu hojjetaan waggaa 7,Giiftiin Goondaa waggaaa 15 jiraatu. 3★Shaarki Abadan hin dhukkubsatu. 4★Fardi dhaabbatee malee ciisee hin...

View Article

Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI namootaa fi dhaabbilee miidiyaa...

Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI namootaa fi dhaabbilee miidiyaa ummataa fi Raayyaa Ittisa Biyyaa gidduutti garaagartee uumuuf hojjetanirratti himannaa banuufi. Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa...

View Article

Ethio Telecom Giigaa Baayitii 1 fi Daqiiqaa 20 bilisaan kenne

Ethio Telecom Giigaa Baayitii 1 fi Daqiiqaa 20 bilisaan kenne Iityoo – Teelekoom maamiltootaf tajaajila tolaa guyyootii 3 laachuu eegaluun beekame. Tajaajilli tolaa kun kennaa bara baajata haarayaati...

View Article


Dubartiin ulfaatina kiiloo giraama 130 dorgommii miidhaginaa injifatte.

Dubartiin ulfaatina kiiloo giraama 130 dorgommii miidhaginaa injifatte. Tereesii Nidu’aatiin amma umriin ishee waggaa 30. Dorgomtoota miidhaginaa dhiyaatan 150 keessaa 20n hafan injifachuudhan...

View Article


Naacha akka Waaqaatti waaqeffamu

Naacha akka Waaqaatti waaqeffamu Kibba Naayijeriyaatti jiraattonni naacha ganna 78 kana akka Waaqaatti waaqeffatu. Jiraattonni magaalaa Ibaadaa lubbuu qabeessa bishaan keessa jiraatu kanaaf kadhannaa...

View Article

Butaantaa dhiphaa uffachuun fayyaa hormaataarratti dhiibbaa qaba- qorannaa

Butaantaa dhiphaa uffachuun fayyaa hormaataarratti dhiibbaa qaba- qorannaa Butaantaa nama hin qabne uffachuun fayyaa qaama hormaatatiif murteessaa ta’uu qorattoonni Ameerikaa ifoomsan. Qorannaa...

View Article

Jechoota Afaan Oromoo, Jechoota Afaan Amaaraatiin Liqimfamuutti jiran:

Jechoota Afaan Oromoo, Jechoota Afaan Amaaraatiin Liqimfamuutti jiran: Hadaraa walhaa sirreessinu Walhaa sirreessinu ! Jechoota‬ Ergifataman Afaan Keenya Keessatti Lubbuu horachuun Jechoota...

View Article

Dhiphina mooraa baqattoota Ameerikaa yeroon argu hedduun rifadhe jedhan...

Dhiphina mooraa baqattoota Ameerikaa yeroon argu hedduun rifadhe jedhan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti itti gaafatamtuun Mirga Dhala Namaa Miisheel Baashleet. Itti gaafatamtittiin wanti mooraa...

View Article


Lammiilee Geede’oo fi Gujiirraa buqqa’an waaraan akka of danda’an sagantaan...

Lammiilee Geede’oo fi Gujiirraa buqqa’an waaraan akka of danda’an sagantaan waggaa 4 ifoome. Sagantichi lammiilee qayee isaanitti deebi’an waaraan of dandeessisuuf kan ooludha. Sagantichi Sagantaa...

View Article

Niikii Minaaj agarsiisa Saa’ud Arabiyaatti dhiyeessuuf turte haqxe

Niikii Minaaj agarsiisa Saa’ud Arabiyaatti dhiyeessuuf turte haqxe Weellistuun gosa muuziqaa raapp Niikii Minaaj, hojiishee torbee dhufu Saawudiitti agarsiisuuf turte haqxeetti. Sababni konsarticha...

View Article


Twiitarri namoota haasaa jibbiinsaa dabarsan akka ugguru beeksise.

Twiitarri namoota haasaa jibbiinsaa dabarsan akka ugguru beeksise. Miidiyaan hawaasaa Twiitarri fayyadamtoota haasaa jibbiinsa amantaa fi sabummaan walqabatu dabarsan guutummaatti akka haqu beeksise....

View Article

Nyaata madaalamaa soorachuun dhukkuba onneef akka hin saaxilamne nama gargaara.

Nyaata madaalamaa soorachuun dhukkuba onneef akka hin saaxilamne nama gargaara. Akka qorattoonni dhimma kana irratti taasisanitti nyaanni madaalamaan dhukkuba onnee, sombaa fi kaleef akka hin...

View Article


Dhaabbilee teeknooloojii irratti taarifa dabalataa Faransaay taasisteen...

Dhaabbilee teeknooloojii irratti taarifa dabalataa Faransaay taasisteen walqabatee Donaald Traamp dhimmicha irratti qorannoon akka adeemsifamu ajaja kennan. Paarlaamaan Faransaay dhaabbilee kanneen...

View Article

Dhugaatiin shukkara baay’atu dhibee kaansariif nama saaxila jedhame.

Dhugaatiin shukkara baay’atu dhibee kaansariif nama saaxila jedhame. Akk qorattoonni Faransaay ifoomsanitti juusii dabalatee dhugaatiin shukkaari itti baay’atu namoonni fayyadamaan carraa dhibee...

View Article

Bubbeen hamaa Girikiitti lubbuu daawwattootaa galaafate.

Bubbeen hamaa Girikiitti lubbuu daawwattootaa galaafate. Bubbee hamaa naannoo Kaaba Girikii bubbiseen daawwattoonni ja’a du’anii yoo xiqqaate namoonni 30 madaa’aniiru. Roobii waaree booda bubbeen rooba...

View Article
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live