Quantcast
Channel: Jechootaa App
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live

Magaalaa Burraayyuutti qaamoleen qubannaa Kora Bittinsaa Oromiyaarratti balaa...

Magaalaa Burraayyuutti qaamoleen qubannaa Kora Bittinsaa Oromiyaarratti balaa boombii harkaa qaqqabsiisan to’ataman. Biiroon Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Faanaa Broodkaastiing...

View Article


Diraamaa Qophii Bara Haaraa Shawaa Bahaatti Qophaahe

Diraamaa Qophii Bara Haaraa Shawaa Bahaatti Qophaahe Jechoota App

View Article


FICHEE KUTAA 3FAA ( Fulbaana 11,2019)

FICHEE KUTAA 3FAA ( Fulbaana 11,2019) Jechoota App

View Article

Israa’eel proojaktii misooma jallisii ammayyaa’aa Ityoophiyaatti ifoomsufi.

Israa’eel proojaktii misooma jallisii ammayyaa’aa Ityoophiyaatti ifoomsufi. Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Israa’eel Raafaa’eel Mooraav proojaktii misooma jallisii ammayyaa’aa kana ifoomsuuf mootummaa...

View Article

Eejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa qabxii qormaata...

Eejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa ifoomse. Eejansichi bara 2011 barattoonni miiliyoonni 1.2 ol qormaata kutaa 10ffaa fudhachuu ibseera....

View Article


Aktiviist Dr Angaasaa Ibraahim guyyaa har’aa gara biyyaa galuunsaa himame.

Aktiviist Dr Angaasaa Ibraahim guyyaa har’aa gara biyyaa galuunsaa himame. Aktivistiin Oromoo Dr.Angaasaa Ibrahim hardha biyya galeera. Aktiviis Dr Angaasaa Yeroo gara biyyasaa galuus hoggantoonni...

View Article

FICHEE KUTAA 2FFAA (Fulbaana 11,2019)

FICHEE KUTAA 2FFAA ( Fulbaana 11,2019) Jechoota App

View Article

Xiyaarri nama maleeyyiin warshaa Boba’aa Sawudii irratti halleellii...

Xiyaarri nama maleeyyiin warshaa Boba’aa Sawudii irratti halleellii raawwataniin balaan ibiddaa muudate. Akka miidiyaan biyyittii gabaasanitti balaan kun Kaampaanii guddicha boba’aa oomishu ‘Aarmaakoo...

View Article


Fiixee Aleks – EE AMMAA – New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]

Fiixee Aleks – EE AMMAA – New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video] Jechoota App

View Article


Dhaloonni Barate Yoomiyyu Injifataadha !

Barattoonni gulantaa barnootaa gara garaarratti argamtan baga jalqabbii guyyaa Barnootaa ifa jireenya heegaree keessanii itti mullifattaniin isin gahe- Obbo Shimallis Abdiisaa I/A/P/Mootummaa Naannoo...

View Article

Jilli muummee ministiraa Dr.Abiy Ahimadiin duurfamu naannoo Kibbaa godina...

Jilli muummee ministiraa Dr.Abiy Ahimadiin duurfamu naannoo Kibbaa godina Kafaatti jiraattota magaala Boongaa waliin mari’achaa jira. Jila kanaan ministirri Ministeera Raayya Ittisa Biyyaa FDRI obbo...

View Article

Irreechi Hora Finfinnee Sirna Ho’aan Ni Kabajama Injiinar Taakkalaa

Irreechi Hora Finfinnee Sirna Ho’aan Ni Kabajama – Injiinar Taakkalaa Irreechi Hora Finfinnee sirna ho’aan ni kabajama – Injiinar Taakkalaa Umaa Injiinar Taakkalaa Uumaa Irreecha Fulbaana 24, 2012...

View Article

Dooniin Demookiraatik Koongoo dhidhimuun lubbuun namoota 34 darbe

Dooniin Demookiraatik Koongoo dhidhimuun lubbuun namoota 34 darbe Dooniin Demookiraatik Koongoo laga Koongoo irra imalattoota fe’ee adeema jiru dhidhimuun namoonni 34 lubbuun darbe. Poolisiin akka...

View Article


Haleellaa warshaa boba’aa Sa’uudii irratti raawwatame hordofuun gatiin...

Haleellaa warshaa boba’aa Sa’uudii irratti raawwatame hordofuun gatiin bobaba’aa dabaluu gabaafame Haleellaa Sabtii dheengaddaa warshaalee boba’aa Sa’uudii lama irratti raawwatame hordofuun, Sa’uudiin...

View Article

Mana rifeensaa maammiltoota jaalalaan onneen isaanii miidhameef tajaajila...

Mana rifeensaa maammiltoota jaalalaan onneen isaanii miidhameef tajaajila tolaa kennu Mana rifeensaa maammiltoota jaalalaan onneen isaanii miidhameef tajaajila tolaa kennu dinqisiifannaa argate. Kibba...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

YouTube irraa vidiyo download gochuuf

YouTube irraa vidiyo download gochuuf Appicha buufachuuf link armaan gadii kan tuqaa buufadha https://tubemate-youtube-downloader.en.uptodown.com/android Jechoota App

View Article

YouTube irraa vidiyo download gochuuf

YouTube irraa vidiyo download gochuuf Jechoota App

View Article


Keeniyaan daandii Mooyyaalee cufteettin oduun tamsa’e soba jedhan Keeniyaatti...

Keeniyaan daandii Mooyyaalee cufteettin oduun tamsa’e soba jedhan Keeniyaatti Ambaasaaddarri guutuu FDRI Mallas Alam. Ambaasaaddar Mallas Faanaa Broodkaastiing Koorporeetitti akka himanitti Keeniyaan...

View Article

Chayinaan saatalaaytoota haaraa sadi

Chayinaan saatalaaytoota haaraa sadi gara hawaatti furguugiste Chaayinaan Kamisa darbe saatalaaytoota haaraa sadi gara hawaatti furguugisuu ishee Dhaabbanni Teeknooloojii Saayinsii Hawaa biyyatti...

View Article

Israa’eelitti filannoo waliigalaa yeroo lammaffaaf gaggeeffamaa jira

Israa’eelitti filannoo waliigalaa yeroo lammaffaaf gaggeeffamaa jira Filannoo ji’a Ebla darbe gaggeeffameen Muummeen Minisrira Beenyaamiin Neetaaniyaahu mo’achuu yoo danda’an illee sagalee mootummaa...

View Article
Browsing all 1487 articles
Browse latest View live