Godina Harargee Bahaa aanaa Gooroo Guutuutti balaan konkolaata muudateen...
Godina Harargee Bahaa aanaa Gooroo Guutuutti balaan konkolaata muudateen Lubbuu namoota 10 darbuu poolisiin beeksise. Balaan kun ganda Maadhisaa Jaalalaa jedhamutti halkan saatii 4:00 irratti qaqqabe....
View ArticleNasra Gursum: FINFINNEE ** New 2019 ** Oromo Music
Nasra Gursum: FINFINNEE ** New 2019 ** Oromo Music Jechoota App
View ArticleMinistiirri muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimadiifii Lammiin Naayijeeriyaa...
Ministiirri muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimadiifii Lammiin Naayijeeriyaa Bola Tinubu Badhaasa Diimookiraasii Afriika injifatan. Ministiira muummee Abiyyi waliin kan injifate Mr. Tinubu’n dursaa...
View ArticleAmeerikaan diroonii fi misaa’eloonni Saa’udii irratti miidhaa qaqqabsiisaan...
Ameerikaan diroonii fi misaa’eloonni Saa’udii irratti miidhaa qaqqabsiisaan ka’umsi isaanii Iiraan ta’u mirkaneeffadheera jetti. Anga’oon Ameerikaa tokko miidiyaaf akka ibsanitti,Dhaabbata kuusaa...
View ArticleFiigichi Irreechaa Guddichi Hora Finfinnee Fulbaana 11,2012 magaalaa...
Fiigichi Irreechaa Guddichi Hora Finfinnee Fulbaana 11,2012 magaalaa Finfinneetti gaggeeffama. Sagantaa fiigichaa kana Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa dhaabbata DCT Intarteeymant waliin...
View ArticleAbbaa Malkaa / New Oromoo Music Video Clip /By Geetawun Cirfaalam”
Abbaa Malkaa / New Oromoo Music Video Clip By Geetawun Cirfaalam Jechoota App
View ArticleSa’uudiin waajjira qonsilaa Istaanbul kan gaazexeessaan keessatti ajjeefamee...
Sa’uudiin waajjira qonsilaa Istaanbul kan gaazexeessaan keessatti ajjeefamee ture gurguruu gabaafame Dhaabbanni Televizhiina Turkiyaa Habeturk jedhamu akka gabaasetti, Sa’uudiin waajjira qonsilaa isii...
View ArticleBaahiir Daaritti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’atame
Baahiir Daaritti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’atame Naannoo Amaaraatti meeshaa waraana shugguxii 497 fi rasaasaa baayyinni isaa kuma 46 tilmaamamu magalaa Baahiir Daariitti to’annoo jala oole....
View ArticleWalaloo Seeneeti fi Obboleettiin ishee ayyaana bara haaraa 2012 ilaalichisee...
Walaloo Seeneeti fi Obboleettiin ishee ayyaana bara haaraa 2012 ilaalichisee dhiyessan! Jechoota App
View ArticleWhatsApp icciti dhoksaan qaba. Iccitin WhatsApp kun fayyadamtoota WhatsApp...
WhatsApp icciti dhoksaan qaba. Iccitin WhatsApp kun fayyadamtoota WhatsApp hundaaf bilisaan itti fayyadama! Appicha buufachuuf link armaan gadii kan tuqaa buufadha...
View ArticleWhatsApp icciti dhoksaan qaba. Iccitin WhatsApp kun fayyadamtoota WhatsApp...
WhatsApp icciti dhoksaan qaba. Iccitin WhatsApp kun fayyadamtoota WhatsApp hundaaf bilisaan itti fayyadama! Jechoota App
View ArticleAyyaana Bara Haaraa Artistoota Dubaraa waliin ”Ney year” 2019
Ayyaana Bara Haaraa Artistoota Dubaraa waliin ‘Ney year’ 2019 Jechoota App
View ArticleMeeksikoo keessatti iddoon reeffi namoota 29 jumlaan itti awwaalame argame
Meeksikoo keessatti iddoon reeffi namoota 29 jumlaan itti awwaalame argame Qondaaltonii Meeksikoo akka jedhanitti, Awwaalli jumlaa kun kan argame qarqara magaalaa Guadalajara jedhamtu tan lixa...
View ArticleDu’aan booddee qaamni namaa waggaa oliif ni sochoo’a – Qorannoo
Du’aan booddee qaamni namaa waggaa oliif ni sochoo’a – Qorannoo Baayyoonni namni du’aan booddee nagaa ni boqota ilaalcha jedhu akka qabanidha, argannoon haaraan kun ammo du’aan booddee qaamni namaa...
View ArticleApp Beekumsan Guutame
App Beekumsan Guutame Appicha buufachuuf link armaan gadii kan tuqaa buufadha https://play.google.com/store/apps/details?id=org.wikipedia Jechoota App
View ArticleOF EEGGANNOO YEROO BILBILA FAYYADAMNU GOCHUU QABNU
1- Yeroo Roobaa wantootaa Neetwoorkii barbaadan kanneen akka wi-fi, Bluetooth, Network hundaa cufuu (Airplane mode) irra gochuu. Sababni isaas Raadiyeeshiniin bilbilaa dandeettii bakakkaa harkisuu waan...
View ArticleCuukkoon meetira kuma 4 dheeratu qophaa’a jira
Cuukkoon meetira kuma 4 dheeratu qophaa’a jira Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee Fulbaana 24 kabajamuuf Cuukkoon meetira kuma 4 dheeratu qophaa’a jira. Nyaata aadaa Oromoon keessummaa itti simatuu, yeroo...
View ArticleBiyyoota addunyaa interneetii saffisaa qaban shanan
Akka gabaasa kanaatti biyyoota shanan adda baafaman keessatti mootummoonni isaanii tajaajila karaa interneetii kennaman mijeessuudhaan jiraattota biyyoota alaa hedduu hawwachaa jiru. Biyyoonni shanan...
View Article